Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Mootummaan Itoophiyaa Imbaasii biyyaatti Turkiyatti argamu irraa qondaala tokko gara biyyaa deebise
Ministeerri haajaa alaa Itoophiyaa ibsa baseen, Qondaalli imbaasii biyyattii Ankaaratti argamuu kun gara biyyaa kan yaamameef, Turkiyaa magaalaa Ankaaraa keessatti…
Guutuu Dubbisi » Manni murtii Kutaa Kuubeek labsiin Niqaaba ugguru yeroodhaaf hojii irra akka hin oolle Ajaje.
Labsii niqaaba ugguru kan Bulchiinsi kutaa Kuubeek amma dura baase, manni murtii Ol’aanaa naannichaa, Bulchiinsi Kutaa Kuubeek labsiin kun mirga…
Guutuu Dubbisi »-

Israa’eel buufata waraana Suuriyaa tokko Misaa’elaan dhoofte.
Buufanni waraana Suuriyaa kan guyyaa har’aa Isra’eel haleellaa irratti raawwatte kun, naannawa magaalaa guddoo Suuriyaa Dimaashqiitti kan argamu yoo tahu, Misaa’elaan…
Guutuu Dubbisi » -

Doonald Traamp Magaalaa AL QUDS magaalaa guddoo Israa’el gochuuf sochii eegale.
Prezdaant Donaald Traamp magaalaan Al-QUDS magaalaa guddoo Isra’eel ta’uu isii beekkamtii kennuuf kan qophaayaa jiru tahuu miidiyaaleen Ameerikaa kan gabaasa…
Guutuu Dubbisi » YEROO 3 JIRAACHUU NI FEETAA?
YEROO 3 JIRAACHUU NI FEETAA? Qophii: Abduljawaad Ibraahiim (Mujaahiddiin Haroo) Sagalee Dhaggeeyfachuu yoo feete gama jalaa irraa dhaggeeyfadhu Addunyaa tanarratti…
Guutuu Dubbisi »Jila Ulamaa’ota Jimmaa kanneen Hammarreesaa irraa deebi’aa turan keessaa namoonni 15 Finfinnetti hidhamanii akka turan beekame.
Namoonni kunniin Magaalaa Finfinnee naannoo Qeeraatti salaata Zuhrii eega salaatanii booda imala isaanii gara jimmaatiif qophaayaa yemmuu turanitti, poolisootaan qabamanii…
Guutuu Dubbisi »-

Qondaala Dhimma Nageenya Ameerikaa fi gorsaa prezdaant Traamp kan duraanii irratti himannaan baname
Dhimma nageenya Ameerikaa irratti gorsaa Traamp kan ture Maayikil Fliin irratti manni marii “special counsil” jechuun moggafame himannaa kan bane…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Jaarsoo magaalaa Ejersa Goorootti mormiin geggeeffame
Guyyaa har’aa December 1/2017 barattoonni mana barumsa sadarkaa lammaffaa fi qophaa’ina magaalaa Ejersa gooroo, dhaadannoo adda addaa qabatanii hiriira bahuun…
Guutuu Dubbisi » Liibiyaan baqattoota biyya isii keessatti dararamaa jiran hatattaamaan baraaruuf waadaa galte
Liibiyaan baqattoota biyyoota Afrikaa biroo kanneen mana hidhaa biyya isii keessatti dararamaa jiran baraaruu fi akkasumas gara biyya isaanii akka…
Guutuu Dubbisi »-

Ummanni magaalaa Roobee Baalee ummata Daawwe Sarariif gargaarsa adda adda walitti qabe
Godina Baaleetti ummanni Daawwee Sarar waraana liyyuu poolisii naannoo Somaaleetiin sababa marfamanii fi rakkinni nyaataa kan isaan qunname tahuu ummata…
Guutuu Dubbisi »






