Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Lammiilee Biyya keenyaa Sa’udii keessa jiraattaniif.
Mootummaan Sa’udii, ji’oota darban keessa yeroo dhiifamaa jechuun, lammiileen biyyoota adda addaa kanneen waraqaa Hayyama Jireenyaa hin qabne, akka biyyaattii…
Guutuu Dubbisi » Manni murtii Ol’aanaa Godina Arsii Lixaa miseensota Poolisii Federaalaa 3 irratti hidhaa umrii guutuu murteesse.
Manni Murtii Ol’aanaa Godina Arsii Lixaa dhaddacha guyyaa har’aa ooleen, miseensota Poolisii Federalaa 3 irratti hidhaa umrii guutuu kan murteesse…
Guutuu Dubbisi »-

Robert Mugaabeen Sagantaa eebbaa magaalaa guddoo biyyattii Haraaree Keessatti qophaa’e irratti argame.
Prezadaant Mugaabeen eega Roobii dabre too’annaa waraana biyyattii jala oolee asitti, yeroo jalqabaatiif ummatatti mul’ateera. Mugaabeen Jum’aa har’aa Sagantaa eebbaa…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaan Boombii Magaalaa Kaabul keessatti raawwatame, lubbuu namootaa 10 ol galaafate.
Haleellaa boombii Hoteela magaalaa Kaabul keessatti argamu irratti xiyyeeffateen, yoo xiqqaate lubbuu namoota 10 kan galaafate tahuu, aangawwoonni nageenya Afgaanistaan…
Guutuu Dubbisi » Dhaabbanni Basaasa Israa’eel ogeessa Xayyaara Droonii jalaa ajjeesuu gareen Haamaas Beeksise.
Hamaas ibsa Khamiisa har’aa Tuuta Gaazexeessitootaatiif kenneen, Ogeessa Xayyaara Droonii isaa Kan ture Muhaammad Zawahri, Dhaabbata Basaasa Isra’eeliin kan ajjeefame…
Guutuu Dubbisi »Kaadhimamaan Filannoo Prezdaantummaa Chiilii tokko, Isra’eel “farra nageenya addunyaati ” jedhe.
Edwardoo Artes filannoo Prezdaantummaa Chiilii Novembeer 19/2017 geggeeffamu irratti kaadhimamaa yoo tahu, gaaffii fi deebisaa Televiziyoona Hispaan TV jedhamu irratti…
Guutuu Dubbisi »-

Ustaaz Ahmaddiin Jabal dhukkubsatuun beekkame.
Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan ta’e, Ustaaz Ahmaddiin Jabal mana hidhaa keessatti dhukkubsatee dararamaa kan jiru tahuu odeeffannoon…
Guutuu Dubbisi » Sirni Awwaalcha Kolonel Haaj Aliyyii Cirrii raawwatame.
Sirna Awwalcha Kolonel Haaj Aliyyii Cirrii Aanaa Maddawalabuu, ganda Maddaatti geggeeffame irratti,qondaaltonni mootummaa fi keessummoonni godinaalee Oromiyaa adda addaa irraa…
Guutuu Dubbisi »Lakkoofsi Namoota Balaa kirkira lafaa dangaa Iiraanii fi Iraaqitti muudateen du’anii 540 gahe.
Kirkira lafaa magniituudii 7.3 shallagame kan Alhada dabre naannoolee daangaa Iraanii fi Iraaqi rukuteen, hanga ammaatti lubbuu namoota 540 kan…
Guutuu Dubbisi »Sa’aad Hariirii guyya lama keessatti gara Lubnaanitti kan deebi’u tahuu ibse.
Mummichi Ministeera Lubnaan Sa’aad Hariirii torbee dabre keessa gara Sa’udii eega imalee booda, aangoo fedhii isaatiin lakkisu labsee ture, Mootummaan…
Guutuu Dubbisi »




