Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Bulchiinsi Kurdistan ajaja mana murtii kan kabaju tahuu beeksise.
Rifarandamii ji’a Fulbaana dabre Bulchiinsa Naannoo Kurdistaan keessatti gaggeeffameen, ummanni kurd Iraaq irraa fottoquu kan filatan tahuun ni yaadatama. Mootummaan jiddu…
Guutuu Dubbisi » NHTV37, November 13 2017
Tamsaasa Kallattii NHTV 37ffaa November 13 2017 [youtube https://www.youtube.com/watch?v=YilTfiuF704?rel=0&showinfo=0]
Guutuu Dubbisi »-

Lakkoofsi Lammiilee Oromoo Qe’ee Isaanii irraa buqqa’anii 603,933 gahe.
Lakkofsi lammiilee Oromoo weerara liyyyuu poolisiitiin qeyee isaanii irraa buqqa’an 603,933 kan ga’e yoo tahu , kana keessaa namoonni 145,445…
Guutuu Dubbisi » Haleellaa Waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee godina Gujiitti raawwateen lnamni ajjeefamuun gabaafame.
Waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Somaalee godina Gujii aanaa Horsiisee bulaa Liiban ganda Simintoo iddoo hara dhungoo jedhamutti, dhalattoota Oromoo irratti…
Guutuu Dubbisi »Iiraaq Kirkira lafaa cimaan dhahamte
Iraaq, Magaalaa Suleymaaniyaa irraa gama Kibba Bahaatti Kirkira lafaa maagnitudii 7.2tti galmaayeen kan dhahamte tahuun beekame. Kirkirri lafaa cimaan kutaa…
Guutuu Dubbisi »Sa’aad Hariirii gara Lubnaan kan deebi’u ta’uu beeksise
Muummicha ministeera Lubnaan kan ture Sa’aad Hariirii eega Sa’udii irraa taaytaa lakkisuu isaa beeksisee booda yeroo jalqabaatiif gaafi fi deebisaa…
Guutuu Dubbisi »-

Gaazexaan Jarmaan kan Der Tagesspiegel jedhamu, lammummaa baqattoota galaana Meeditraaniyaan irratti lubbuun isaanii darbee tarreesse.
Gaazexaan kun gabaasa isaa kan jimaata kaleessaa baase irratti, lammiilee biyyoota adda addaa kan cunqursaa mootummoota abbaa irreetiin biyya isaanii…
Guutuu Dubbisi » Pirezadaantiin Lubnaan Mootummaan Sa’udii haala Sa’aad Hariirii itti uggurame ilaalchisee ibsa akka kennuuf gaafate
Pirezadaantiin Lubnaan, Muummichi ministeeraa Sa’aad Hariirii gara biyya isaa akka hindeebine maaliif akka dhoorkame, ibsa guutuu Sa’udiin akka kennituuf Sabtii…
Guutuu Dubbisi »Manni Murtii Federaalaa Ol iyyaannoo Abbaan Alangaa dhimma murtii Sheekh Bushraa Yahyaa irratti dhiyeesse kuffise.
Sheekh Bushraa Yahyaa naannoo Tigraay magaalaa Wuqroo irraa, gaafii mirgaa hawaasni muslimaa kaaseen walqabatee hidhamanii mana murtii deddeebi’aa eega turanii…
Guutuu Dubbisi »Mootummaan Sa’udii lammiileen isaa gara Lubnaan akka hin imalle akeekkachiise
Mootummaan Sa’udii lammiileen isaa gara Lubnaan akka hin imalle fi kan achi keessatti argamanis ariitiin biyyattii lakkisanii akka bahan akeekkachiise.…
Guutuu Dubbisi »



