Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Qondaalli U.N. Yaman Beela Hamaaf kan Saaxilamaa jirtu tahuu Akeekkachiise.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Itti aanaa dhimmoota Namoomaa kan ta’e, Mark Lowkok, Gamtaan Waraana Biyyoota Arabaa Sa’udiin durfamuu uggura Yaman irra…
Guutuu Dubbisi » -

seera Niqaaba ugguru kan Bulchiinsi Kubeek baase mormuun Mana Murtiitti mormii seeraa baname
Gareewwan mirga namoomaa fi walabummaa Kanaadaa , seerri Niqaaba ugguru kan bulchiinsi kutaa Kubeek baasee ture, mirga dubartoota Muslimaa kan…
Guutuu Dubbisi » Ministeerri Barnootaa, barattoota digrii jalqabaatiin eebbifaman ilaalchisee qajeelfama haarawa base.
Ministeerichi qajeelfama haarawa kana guyyaa hardhaa websaaytii isaa irratti kan maxxanse yoo tahu, barattoonni digrii jalqabaa xumurani kamiyyuu bara barnoota…
Guutuu Dubbisi »Himannaa Sa’uudii hordofuun Ameerikaan Iiraan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu Dhaabbata Mootummoota gamtoomanii gaafatte.
Hidhattoonni Huusii Misaa’ila Baalastikii Yaman irraa gara Magaalaa Riyaaditti darbachuu isaani hordofuudhaan, mootummaan Sa’udii Misa’illi Sun kan Iiraan ta’uu ibsuuun,…
Guutuu Dubbisi »Gareewwan mirga namoomaa, seera Niqaaba ugguru kan Bulchiinsi Kubeek baase mormuun Mana Murtiitti mormii seeraa banan.
Gareewwan mirga namoomaa fi walabummaa Kanaadaa , seerri Niqaaba ugguru kan bulchiinsi kutaa Kubeek baasee ture, mirga dubartoota Muslimaa kan…
Guutuu Dubbisi »-

Manni murtii Keeniyaa, lammiilee Itoophiyaa 137 tahan kanneen karaa seeraan alaatiin Keeniyaa seenan irratti yakka mure.
Lammiileen Itoophiyaa kunniin daangaa Moyalee irraan karaa seeraan alaatiin Keeniyaa seenuun gara Afrikaa kibbaa imaluuf qophii irra kan turan. Haa…
Guutuu Dubbisi » Mootummaan Sa’udii Prezdaantiin Yaman akka hin sochoone uggure
Mootummaan Sa’udii Prezdaantiin Yaman, ilmaan isaa akkasumas ministeerota isaa fi qondaaltonni waraanaa gara biyya isaaniitti akka hin deebinee kan uggure…
Guutuu Dubbisi »Dhaddachi Hoggantoota KFO osoo hin geggeeffamiin oole.
Dura ta’aa KFO Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni galmee Gurmeessa Ayyaannoo jalaatti himatamuun dhimmi isaanii mana Murtii olaanaa Federaalaa dhaddacha…
Guutuu Dubbisi »Sa’udiin “Lubnaan Waraana nurratti labasaa jirti” jechuun yakkite.
Sa’udiin garee Hizbollahtiin fayyadamuun Lubnaan waraana biyya keenya irratti labsaa jirti jechuun yakkite.Ministeera dhimma biyyoota galoo galaana Arabiyaa kan ta’e…
Guutuu Dubbisi »-

Mootummaan Sa’udii "Iiraan weerara nu irratti geggeessaa jirti" jedhe.
Ilmi Malika Sa’udii Muhammad Bin Salmaan ministeera hajaa alaa Biritaaniyaa Booris Joonson waliin bilbilaan kan haasawan yoo tahu, haasawa isaanii…
Guutuu Dubbisi »




