Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Xiyyaarri Kaargoo Itoophiyaa Buufata Xiyyaara Shaangaayiitti gubate
Xiyyaarri fe’isaa( Kaargoo) Itoophiyaa Booyeng 777 , Chaayinaa buufata Xayyaara Shaangihaayi irraa, gara Biraaziil magaalaa Saawo Pooloo- Saantiyaagootti imaluuf osoo…
Guutuu Dubbisi » -

UN mootummaan Ityoophiyaa mirga lammiilee mormii dhageessifatanii akka kabaju gaafate
Dhaabbata Mootummaa Gamtoomaniitti ogeeyyonni Ejensii Mirgoota Namoomaa, mootummaan Ityoophiyaa lammiileen karaa nagayaatiin mormii akka dhageessisaniif mirga isaanii akka kabaju waamicha…
Guutuu Dubbisi » -

Dr Dabratsiyoon Tigraayitti filannoo geggeessuuf qophiin xumuramaa jiraachuu beeksiseĀ
Itti aanaan bulchaa naannoo Tigraay Dr Dabratsiyoon Gebre Mika’eel ibsa haala yeroo irratti Miidiyaalee naannichaaf kenneen, filannoo naannichatti geggeessuuf hojiin…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa weerarri vaayirasii koroonaa biyyoota Afrikaa Saharaa gadii keessatti hammaataa jira jedhe
Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa-WHO’n akka jedhetti, weerararri vaayirasichaa biyyoota Afrikaa Saharaa gaditti argaman keessatti saffisaan babal’ataa akka jiru ibsuun, haalli qabatamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Baatiin Zulhijjaa Arba’aa iftaanii jalqaba
Akka lakkoofsa Hijraatti arra Zulqi’daa 29, 1441( July 20,2020) jirra. Addeessi har’a waan hin mul’atiniif, Baatiin Zulhijjaa Arba’aa iftaanii July…
Guutuu Dubbisi » -

Yunivarsiitiin ‘Oxford’ yaaliin talaallii Covid-19 bu’a qabeessa tahuu beeksise
Yunivarsiitiin beekamaan Briteen Oxford jedhamu kanaan dura talaalli dhibee Covid-19 hojjatuun, nama irratti yaalii jalqabuu ibsuun isaa ni yaadatama. Haaluma…
Guutuu Dubbisi » -

Emreets Rokeetii Qorannoo Hawaa gara Plaaneetii Mars jedhamtuu ergite
Emreets Rokeetii qorannoo Hawaa “Hope”jechuun moggaaste Wixata har’aa gara Plaaneetii Mars jedhamtu erguun, biyyoota Arabaa keessaa tan jalqabaa taatee jirti.…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee miiliyoona 14 dabre
Weerarri Vaayirasii Koroonaa ammas guutuu addunyaa keessatti hammaatee kan itti fufe yoo tahu, hanga guyyaa har’aatti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Dhalattoonni Oromoo biyyoota Awurooppaa fi Ameerikaa Kaabaa jiran mootummaa Itoophiyaatti hiriira bahan
Hiriirri kun magaalaa guddoo Biritaaniyaa Landan, Faransaayi magaalaa Paaris fi Ameerikaa magaalaa Washington DC tti geggeeffame. Hiriira kana irratti hoggantoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Naannoo Tigraay muudama hoggantoota Komishinii filannoo shan raggaasise
Naannoon Tigraay dhuma baatii Hagayyaa keessa sadarkaa naannootti filannoon akka gaggeeffamu hojjataa jiraachuu ibsuun isaa ni yaadatama. Manni Maree bakka…
Guutuu Dubbisi »










