Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Indiyaa fi Chaayinaan humna waraanaa dabalataan gara daangaatti bobbaasaa jiraatuu gabaafame
Waldhabbiin Indiyaa fi Chaayinaa jiddutti dhimmaa daangaa irratti ka’e hammaatuun torbee lama dura gara walitti bu’iinsaatti ce’uu gabaafamee ture. Kanuma…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 27, 2020
Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa Qorannoo laaboraatorii sa’aa 24’n dabre keessaatti namoota 5552 taasiifameen namoonni faalaman 145 argamu fi lubbuun nama 5…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimmi hidha laga Abbaay irratti mari’atan
Muummich Ministeera Ityoophiyaa Dr.Abiy Ahmad, Muummichi Ministeera Suudaan Dr. Abdallaah Hamdook fi Prezdaantiin Masrii Abdulfattaah Al Siisii, waamicha gamtaa Afrikaatiin…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 26, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 250 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Jum’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 25, 2020
Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii 5175 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii namoota…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gaaffii Manni Maree Naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf dhiyeesse kan hin fudhanne ta’uu beeksise
Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa, gaaffii Manni Maree naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf boordichi akka raawwachiisuuf dhiyeesse ilaalachisee ibsa baaseen, Manni Maree…
Guutuu Dubbisi » -

Lammileen Itoophiyaa Sa’uuditti hidhaman rakkachuu himan
Mootummaan Sa’uudii sababa dhukkuba Koroonaa-vaayrasiif ji’oota muraasa dura lammiilee biyyoota garagaraa hayyama jireenyaa hin qabne biyya isaaniitti kan deebisu tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 24, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 5,034 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Majlisa Magaalaa Finfinnee Sheekh Sulxaan Haaj Amaan irratti himannaa dhiheesuun gabaafame
Manni marii Dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee sababa hoggantoota majlisaa jidduu, namoonni tokkummaa hawaasa Muslimaa diigaanii fi seeraa alaatti mindeeffaman jiraatuu…
Guutuu Dubbisi » -

Hajjii bara 2020 irraa maal beekuu barbaaddu?
Utubaalee Islaamaa shanan jidduu tokko Hajjii dha. Nama Muslimaa godhuu dandahu hunda irratti dirqama. Kutaa addunyaa gara garaa irraa Muslimoonni…
Guutuu Dubbisi »










