Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

COVID-19 UPDATES June 17, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 129 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Arba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Itti aanaa Prezdaantii Suudaan Jeneraal Muhammad Hamdaan Dagaaloo Finfinnee seene
Jilli mootummaa Suudaan Itti aanaan Prezdaantii Jeneraal Muhammad Hamdaan Dagaaloo durfamu har’a Finfinnee yeroo seenetti, Itti aanaan Muummicha Ministeeraa Obbo…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Abbootii Amantaa fi Jaarsolii Biyyaa Qondaaltota Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Tigraayi waliin Mari’atan
Jilli Abbootii Amantaa fi jaarsolii biyyaa dhaabilee Amantaa Itoophiyaatiin durfame, waldhabbii mootummaa Federaalaa fi Bulchiinsa Naannoo Tigraayi jidduu jiru ilaalchisee,…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Taanzaaniyaa Parlaamaa Biyyattii diige
Bara 2015tti aangoo biyyattii kan qabate Prezdaant John Magufulii, filannoo biyyoolessaa onkololeessa dhufu keessa ni geggeeffama jedhamee eegamun duraatti Paarlamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaatti Lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii Miiliyoona saddeet dabre
Guutuu Addunyaatti lakkoofsi namoota dhibee Koroonaa Vaayirasiin qabamanii miiliyoona 8.1 dabruu mirkanaawe, namoonni miliyoona 4.2 ol immoo bayyanachuu fi yoo…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 16, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,630 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Kooriyaan Kaabaa doorsisa Kooriyaa Kibbaatiin dallanuun biiroo waliinii daangaa irra jiru barbadeessite
Kooriyaan Kaabaa fi Kooriyaan kibbaa lola waggaa 50 dura geggeessan booda, hariiroon biyyoota lamaanii woggoota lamaan dabran fooyyee agarsiisee ture.…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaa Federaalaa fi Naannoo Tigraayi jiddutti araara buusuuf tahuu gabaafame
Jilli abbootii Amantaa fi Jaarsolii biyyaa, Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaatiin durfamu, waldhabbii mootummaa Federaalaa fi Bulchiinsa mootummaa naannoo Tigraayi jidduutti uumameef…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 15, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,521 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi »










