header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Walitti bu’iinsa Daangaa Chaayinaa fi Indiyaa jidduutti uumameen loltoonni Indiyaa 20 tahan ajjeefamuu gabaafame

Waldhabbii daangaa ji’a tokko dura biyyoota lamaan jidduutti hammaata dhufe hordofuun, loltoonni biyyoota lamaanii lakkoofsaan hedduu tahan naannawa gareen Himaaliyaa, kan ka’umsa waldhabbii kanaatti kokkee wal qabanii jiru.

Haaluma kanaan walitti bu’iinsa loltoota biyyoota lamaanii jidduutti uumameen, mootummaan Indiyaa qondaala waraanaa kaleessa galgala ajjeeffame tokkoo fi loltoota lama dabalatee walumaagalatti loltoonni 20 tahan irraa ajjeefamuu beeksise.

Humni waraana Indiyaa itti dabaluunis, loltoonni 17 akka hammaa miidhamuu fi yeroo ibsi kun kennamutti lolli gama lamaanuu irraa kan dhaabatee jiru tahuu ibsame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button