Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-
Gazzaatti Lammiileen 100 ol bakka tokkotti ajjeefaman
Waraanni Israa’el haleellaa guyyaa kaleessaa gamoo kaampii baqattoota Jabaliyaa keessatti argamu irratti raawwatteen namoon 100 caalan ajjeefamanii jiran. Hedduun isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Waraanni Gazzaa irratti taasifamu hin dhaabbatu
Muummichi Ministeera Israa’el, Benjaamin Netaniyaahuu, waraanni Gazzaa irratti godhamaa jiru hin dhaabbatu jechuun dubbate. “Waraanni kun yoo gareen Hamaas barbaadaye…
Guutuu Dubbisi » -
Waraanni Israa’el Falasxiin irratti geggeessitu babal’ataa jira
Haleellaan Israa’el bulchiinsa Falasxiin fi Gazzaa irratti raawwattu kallattii hundaan hammaatee itti fufee, gara biyyoota ollaatis tarkaanfataa jira. Akka Ministeerri…
Guutuu Dubbisi » -
Haleellaan Gaazaa irratti raawwatamu cimee itti fufeera
Haleellaan mootummaan Israa’el kutaa Gaazaa irratti raawwatu cimee itti fufeera. Dubbii himaan waraana Israa’el, jiraattonni Gaazaa kaabaa fi Magaalaa Gaazaa…
Guutuu Dubbisi » -
Gamtaan Munshidoota Sikkoo fi Mandoo Hundeeffame
Gamtaan Munshidoota Sikkoo Mandoo yaa’ii jalqabaa hardha Waxabajjii 11/2023 magaalaa Adaamaatti geggeefameen kan hundaaye yoo tahu, kaayyoon gamtichaa aartii Islaamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa diiggaa Masjidootaa dhiheenna raawwatamaa ture ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kenne
Bulchiinsi magaalaa shaggar tibbana masjiidota diiguu isaa hordofuun hawaasa muslimaa kan dallansiise yoo tahu, hiriira mormii jum’aa lamaan dabran geggeeffame…
Guutuu Dubbisi » -
Mootummaan Diiggaa Masjiidotaa Hatattamaan Akka Dhaabsisu Waammichi Dhihaate
Walgahiin ariifachiisaan Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa yaame ibsa ejjannoo qabxii 11 qabu baasuun xumuramee jira. Walgahii ariifachiisaa hardha caamsaa…
Guutuu Dubbisi » -
Soora Qalbii, Raadiyoo Nuuralhudaa 802, May 22, 2023
Qophiileen Sagantaa kana keessatti isiniif dhiheessinu; Dhaddacha Jaalalaa Doosee 178ffaa Tana Quba Qabduu? Gurbaa sababaa uffannaatiif barnootarraa ari’ame
Guutuu Dubbisi » -
Prezdaantiin Mana Marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Sheikh Hajjii Ibraahiim Prezdaantii Jibuutii waliin mari’atan
Prezdaantiin Majlisaa Federaalaa Sheikh Hajjii Ibraahiim Kora Nageennaa Dhaabbatni Dhimmoota Muslimaa fi Waqfii Jibuutii qopheesse irratti, keessummaa kabajaa tahuun affeeramanii…
Guutuu Dubbisi » -
Raadiyoo Nuuralhudaa 793, March 2, 2023
RAADIYOO NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa Sagantaa 793ffaa March 2, 2023 Jaarmaya Bultii Islaamaa Murtii Dhaddacha Jaalalaa 173ffaa Dr. Liwaa’ulislaam …
Guutuu Dubbisi »