Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

COVID-19 UPDATES June 12, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 245 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Jum’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Weerarri COVID-19 Afrikaatti Saffisaan babal’ataa jiraatuu beeksise
Damee Afrikaatti dareekterri dhaabbatichaa Dr. Maatshiidisoo Mo’eetii, gabaasa Waajira muummee WHO magaalaa Jenevaatti argamutti dhiheesse irratti, lakkoofsi namoota dhibee kanaan…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Doonaald Traamp fi Prezdaantiin Masri Abdulfattaah Al-Siisii waliin mari’atan
Prezdaant Traamp Arba’aa kaleessaa prezdaantii Masrii Abdulfattaah Al-Siisii waliin bilbilaan kan mari’ate tahuu VOA’n gabaase. Mariin hoggantoota lamaani Lola Liibiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 11, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 2,670 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Wixinee Seeraa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa labsiin akka dhaabbatuuf dhihaateef raggaasise
Manni marii bakka bu’oota ummataa wal gahii idilee 16ffaa Khamiisa har’aa galma Waajjira Muummicha ministeeraatti geggeesseen, Wixinee Seeraa Manni Marii…
Guutuu Dubbisi » -

Wixineen Seeraa Majlisni Labsiin Akka Hundeeffamu Gaafatu Miseensota Paarlmaaf Dhiyaatuuf
Korri Idilee miseensota mana marii bakka bu’oota ummata 16ffaa’n Kamiisa boru, galma Waajira Mummicha ministeeraatti kan geggeeffamu tahuu Paarlamaan Itoophiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Federeeshinii Obbo Adan Farah Afa-Yaa’ii godhuun muude
Afa-yaa’iin Mana Maree Federeeshiin tan duraanii Aadde Keeyriyaa Ibraahiim guyyaa lama dura “mootummaa abbaa irree kan heera biyyattii cabsaa jiru…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Federeeshinii ‘aangoon mootummaa akka dheeratu’ murteesse
Manni Maree Federeeshinii Ityoophiyaa hanga weerarri vaayirasii koroonaa to’annoo jala ooluun mirkanaahutti, aangoon mootummaa akka dheeratu murteessuu isaa beeksise. Manni…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 10, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 2,506 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa, Suudaanii fi Masri dhimma hidha Laga Abbaay ilaalchisee marii kanaan dura addaan kutan jalqbuuf walii galan
Ministeeronni haajaa alaa biyyoota sadanii bakka Afrikaan Kibbaa, Gamtaan Awrooppaa fi Ameerikaan taajjabdummaan argamanitti, kaleessa June 09, 2020 toora Viidiyoo…
Guutuu Dubbisi »










