Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Prezidantiin Burundii Piyerre Nikuruziizaa Du’e
Waggoota kudhanii shaniif Burundii kan bulche, Piyerree Nikurunziizaa dhukkuba onneen du’u mootummaan biyyattii beeksise. Ibsi mootummaa biyyattii irraa bahe, Prezidantiichi…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Godina Wolloo Hoggantoonni Majlisa Federaalaa aangoo akka lakkisan gaafate
Majlisni Wolloo, Hoggantoonni mana marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa ji’oota 6f aangoon amaanaan itti kenname, hojiiwwan ji’oota kan keessaatti hojjatuu qaban…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 Update June 09/2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 190 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Kiibxata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Breaking News: Afa-Yaa’iin Mana Maree Federeeshiinii Aadde Keeyriyaa Ibraahim angoo gadi lakkisuu gabaafame.
Afa-Yaa’iin Mana Maree Federeeshiinii Aadde Keeyriyaa Ibraahim angoo gadi lakkisuu gabaafame.Dhaabbanni Televizhiina Naannoo Tigraay akka gabaasetti, Aadde Keeyriyaa Ibraahim “mootummaan…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 8, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 2,156 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE JUNE 7, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 86 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota sababa COVID-19 du’anii 400,000 dabre
Weerarri Vaayirasii Koroonaa ji’a shan dura Chaayinaa keessatti ka’e, hanga ammaatti guutuu addunyaa keessatti ummata 402,000 ol galaafatuu gabaafame. Akka…
Guutuu Dubbisi » -

Lammileen Israa’eel sochii mootummaan biyyattii dachii Falasxiinotaa humnaan fottoqsuuf jalqabe mormuun hiriira geggeessan
Lammileen Israa’el kumaatamaan lakkaahaman, hiriira mormii Sabtii kaleessaa magaalaa Telaviiv keessatti geggeessan irratti, “sochii mootummaan dachii Falasxiinotaa fottoqsuuf jalqabe ni…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Federaalaa Gaaffii ummataaf hatattamaan deebii akka kennu, Majlisni Oromiyaa gaafate
Majlisni Oromiyaa xalayaa fuula 6 qabu kan Majlisa Federaalaaf barreese irratti, Majlisni Federaalaa yeroof amaanaan hoggantoota aangoo irratti argamanitti kennamuu…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 6, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 1,934 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi »









