Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 306 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 4,044 geggeesseen, nama 19 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Godaantota Addunyaa (IOM) Ji’oota lamaan dabran keessa lammiileen Ityoophiyaa 12,000 ol gara biyyaatti deebifamuu beeksise
Dhaabbanni Godaantota Addunya -IOM ejensii Odeeyfannoo Anaadooluu Niiwusiif akka himetti, eega weerarri Vaayirasii koroonaa ka’een booda qofa, lammiileen Ityoophiyaa 12,000…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Finfinneetti namoonni qajeelfama labsii yeroo muddamaa cabsan 2800 hidhaman
Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee namoota qajeelfama labsii yeroo muddamaa mootummaan tatamsaa’a dhibee Koroonaa-vaayras ittiin to’achuuf baase cabsan 2800 to’annaa jala…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Mootummaa Suudaan Ministeera Dhimmoota Kaabineetiin hogganamu Finfinnee seene
Jilli qondaaltota ol’aanoo mootummaa Suudaan galgala har’aa Finfinnee seene kun, Ministeera Dhimmoota Kaabinee biyyattii Umar Bashiir Maanisiin kan hoogganamu yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Hayyama Paartiilee Siyaasaa 27 haquu beeksise
Boordiin Filannoo Biyyoolessaa ibsa har’a waaree booda baaseen, Paartiilee Siyaasaa ulaagaa seera filannoo haarayatti bahe hin guutne jedheen 27 haquu…
Guutuu Dubbisi » -

Qaxar Lammiilee Biyyattii Haguuggii Fuulaa (Mask) hin uffanne Riyaala Kuma 200 fi hidhaa waggaa sadihitiin kan adabdu tahuu beeksiste
Qaxar biyyoota Galoo Galaana Arabiyaa weerarri Vaayirasii koroonaa keessatti hammaataa jiru keessa takka yoo taatu, mootummaan biyyattii tamsa’ina vaayirasichaa to’achuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota sababa Vaayirasii Koroonaatiin du’anii 300,000 dabre
Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee miiliyoona 4.5 kan dhihaate yoo tahuu, lakkoofsi namoota sababa vaayirasii kanaatiin…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii 272 gahuu gabaafame
Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa sa’aa 24’n dabre keessa namoota 3580f qorannoon COVID-19 kan taasifame tahuu fi namoota kana jidduu namoonni faalaman…
Guutuu Dubbisi » -

Rooba Cimaa Baha Afrikaa keessatti roobaa jiru hordofuun lolaa uumameen, lakkoofsi namoota qe’ee isaanii irraa buqqa’aniiĀ dabalaa jira
Ityoophiyaa, Somaaliyaa, Keeniyaa fi Ugaandaa, Ruwaandaa keessatti rooba cimaa torbee hedduuf osoo addaan hin kutin robaa jiruun walqabatee, lolaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Lafti Masjidni Sadarkaa Afrikaatti guddaa ta’e akka itti ijaaramuuf waadaa galame kennamuuf tahuu ibsame
Waggaa tokko dura jijjiirama siyaasaa biyyattiitti argame hordofuun, Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad magaalaan Finfinnee magaalaa waldeennaa gamtaaa Afrikaa tahuu isii…
Guutuu Dubbisi »










