Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-
Rooba Daayimandii Beeytuu?
Ija bishaanii Rabbiin nuuf kenneen yoo gama samii ol laallu duumessa argina. Duumessaa olitti urjiilee muraasa argina. Yeroo guyyaatti aduu,…
Guutuu Dubbisi » -
Godina Harargee Lixaa Magaalaa Mi’eessootti Qaama Miidhamtootaaf Deeggarsi Wiilcharaa Godhame
Dhaabbanni Tola Oltummaa Ahdii jedhamu sabtii hardhaa Wiilcharii 135 qaamaan miidhamtootaaf kennee jira. Hundeessituu fi hoggantuun waldaa tola ooltummaa Ahdii…
Guutuu Dubbisi » -
Koreen Fatwaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Yaa’ii Idilee Isaa Gaggeesse
Koreen Fatwaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa, yaa’iiiIdilee isaa hardha Gurraandhala 09/2023 kan geggeesse yoo tahu, bikka Mufti Sheikh…
Guutuu Dubbisi » -
Mootummaan Sa’uudii Hajjiin Baranaa Dhoorkaa Tokko Malee Kan Geggeeffamu Tahuu Beeksise
Ministeerri Hajjii fi Umraa ibsa baaseen, sirni Hajjii bara 2023 dhorkaalee sababaa Covid-19 woggoota sadan dabran kaahamanii turan hunda kaasuun…
Guutuu Dubbisi » -
Hoggantoonni Ol’aanoon Majlisa Itoophiyaa Ministira Dhimmoota Islaamummaa Sa’uudii Waliin Mari’atan
Jilli hoggantoota ol’aanoo prezdaantii majlisa Ityoophiyaa Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaatiin durfamu, daaw’annaa hojiitiif gara Sa’udii kan imale yoo tahu, ministirri…
Guutuu Dubbisi » -
Soora Qalbii, Raadiyoo Nuuralhudaa 766, November 28, 2022
Qophiileen Sagantaa kana keeysatti isiniif dhiheessinu; Dhaddacha Jaalalaa Doosee 159ffaa Tana Quba Qabduu? Yakka Maatii jiddutti raawwatame Tafakkur Qurxummii akkaan…
Guutuu Dubbisi » -
Majlisni Federaalaa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaatiif Xalayaa Barreesse
Dhiheenya kana beeksisa daandiin qilleensa Itiyoophiyaa qaxarrii hojiitiif baaserratti hundaayuun, dubartoonni Muslimaa muraasni hojii kana dorgomuuf galmaayanii turan. Galmeen isaanii…
Guutuu Dubbisi »