Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Mootummaan Ityoophiyaa tamsa’ina Vayirasii Koroonaa to’achuuf Manneen Barnootaa akka cufaman ajaje
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad tamsa’ina Vayrasii koroonaa ittisuuf har’aa eegalee guyyoota 15’f manneen barnootaa akka cufaman ajajni dabruu beeksise.…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa Godina Harargee Lixaa Keessatti muudateen lubbuun nama 10 dabre
Waajjirri Kominikeeshiinii Godina Haragee Lixaa akka beeksisetti, Sabtii har’aa Minibaasiin imaltoota fe’attee Magaalaa Hirnaa irraa gara Ciroo deemaa turte, Aanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudiin lammiileen isii Ityoophiyaa dabalatee gara biyyoota hedduu akka hin imalle uggurte
Mootummaan Sa’uudii dhibee Vayirasii Koronaa biyyattii keessatti babal’ataa dhufe to’achuuf jecha, lammiileen isaa Ityoophiyaa dabalatee gara biyyoota hedduu akka hin…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Majlisa godina Baalee bahaa fi lixaa haarayatti muudaman
Godinni Baalee duraan tokko ture bakka lamatti adda baafamuun Baalee lixaa fi bahaatti kan qoodame yoo tahu, Qoodama bulchinsaa kana…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Xaaliyaan Dhibee Vayirasii koronaa to’achuuf jecha guutuu biyyattii keessatti labsii yeroo muddamaa baase
Mootummaan Xaaliyaan Dhibee Vayirasii Koronaa biyyattii keessatti haala hamaa taheen babal’ataa jiru to’achuuf jecha, guutuu biyyattii keessatti sochii ummataa kan…
Guutuu Dubbisi » -

Muummicha Ministeeraa Suudaan irratti Yaaliin ajjeechaa raawwatame
Fincila ummanni Suudaan waggaa dabre keessa kaase hordofuun, Prezidaantiin duraanii Umar Hasan Al Bashiir , aangoo irraa eegaa kaafamee booda,…
Guutuu Dubbisi » -

Gandoota godina Arsii Lixaa gara garaatti namoonni 109 dhukkuba Koleeraan qabaman
Magaalaa Shashamannee dabalatee gandoota godinichaa hedduu keessatti, rakkoo bishaan dhugaatii qulqulluu yeroo dheeraaf jiru hordofuun, namoonni hedduun dhukkuba Koleeraan qabamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Arsii Magaalaa Gadeedootti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon sagantaa kanaa madrasaa Fathiif deeggarsa walitti qabuuf kan qophaa’e yoo tahu, hawaasni muslimaa magaalaa Gadeedoo fi naannawa isii argamuun…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Eebba fi Tumsa Tv Nuuralhudaa Magaalaa Sirbootti geggeeffame
Hawaasni muslima godina Arsii aanaa Leemmuu fi Bilbiloo magaalaa Sirboo guyyaa har’aa, Miidiyaa Islaamaa yeroo jalqabaatiif Afaan Oromootiin tamsaasa isaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Fayyaa UAE lammilee Itoophiyaa lama irratti dhibeen Vayirasii Koroonaa argamu ibse
Ministeerichi guyyaa kaleessaa namoota qorannoon godhameefii dhibeen kun irratti argame 13 jidduu, isaan lama lammilee Itoophiyaa biyya biraa irraa garasitti…
Guutuu Dubbisi »










