Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Prezdaant Tramp dhimma hidha laga Abbaay ilaalichisee Dr. Abiy Ahmad bilbilaan dubbisuu gabaafame
Prezdaant Tramp marii dhimma laga Abbaay irratti Washington DC’tti geggeeffamaa jiru ilaalichisee muummicha ministeeraa Dr. Abiy Ahmad bilbilaan kan dubbise…
Guutuu Dubbisi » -

(no title)
Rifarandamii June 23, 2016 geggeeffameen, umaatni Briteen Gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf sagalee caalmaa taheen eega murteessee booda, mootummaan biyyattii hariiroo…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Falasxiin uggura Israa’el cabsuun Jum’aa har’aa Masjid al-Aqsaatti kan salaatan tahuu gabaafame
Bulchiinsi Traamp “karoora nageenyaa maqaa”jedhuun wixinee dachii Falasxiinotaa guututti Israa’eliif kennu eega labsee booda, mootummaan Israa’el West Bank fi Al-Qudsi…
Guutuu Dubbisi » -

Deeggarsa Muslimoota Mooxaatiif sagantaan maallaqa walitti qabuu guutuu biyyattii keessatti haala hoo’aan cimee itti fufee jira
Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Masjiidotaa magaalaa Mooxaatti gubaman ijaaruu fi muslimoota Maagaalattii haleellaa Shorokeessitootaatiin qabeenyi isaanii jalaa barbadaaye bayyanachiisuuf…
Guutuu Dubbisi » -

(no title)
Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan hidha laga Abbaay ilaalchisee marii magaalaa Washington DC keessatti Kibxata dabre jalqabaniin walii galtee xumuraa irra…
Guutuu Dubbisi » -

Namoonni dhiheenya kana mallattoon dhibee Koronaa irratti argamuun shakkaman Vaayirasicha irraa bilisa tahuu ibsame
Qondaaltonni ministeera fayyaa Ityoophiyaa Kiibxata dabre ibsa kennaniin, barataa lammii Ityoophiyaa Chaayinaa irraa deebi’e tokko irratti mallattoo mulidhateen wal qabatee…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Ityoophiyaa miiliyoonni torbaa ol beelaaf kan saaxilaman tahuu gabaafame
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii, mootummaan Ityoophiyaa fi Dhaabbileen gargaarsaa akka ibsanitti, lammiilee Ityoophiyaa bara 2020 keessa deeggarsa namoomaa barbaadan miiliyoona 8.4…
Guutuu Dubbisi » -

Barattoonni Yunivarsitii Jimmaa waraanaan reebaman
Yunivarsitii Jimmaa kaampaasii Kitu furdisaatti, guyyaa har’aa barattoonni ‘ajjeechaan godinaalee Wallaggaa keessatti raawwatamuu fi labsiin Komaand Poostii garasitti labsame haa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’uudii, Lammileen Israa’il biyya isaa akka seenan kan hin hayyamne tahuu ibse
Mootummaan Israa’il lammiileen isaa gara Sa’uudii akka imaluu danda’an kan hayyame yoo tahu, mootummaan Sa’uudii ammoo waliigalteen akkasii jidduu isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Falasxiin Wixinee Bulchiinsi Traamp karoora nageenyaa jechuun qopheesse kuffisan
Prezdaant Traamp wixinee “karoora nageenya baha jiddu galaa”jechuun bulchiinsi isaa qopheesse, guyyaa kaleessaa muummicha ministeera Israa’el Benjaamiin Netaaniyaahuu waliin kan…
Guutuu Dubbisi »










