Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Konfiransiin Nageenyaa fi Tokkummaa Magaalaa Harar galma Calnqootti geggeeffamaa jira
Konfiransii mata duree “Nageenyaa fi Tokkummaa”jedhuun Majliisni Naannoo Hararii qopheesse kana irratti, hoggantoonni Majliisa naannolee saglani fi bulchiinsa magaalota lamaanii,…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Boombii Somaaliyaa magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 30 ajjeefaman
Haleellaa Sabtii har’aa magaalaa Maqdishoo Waajjira Galiiwwannii cinatti raawwatameen, yoo xiqqaate namoonni 30 ol kan ajjeefaman tahuu poolisiin biyyattii ibse.…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslimaa guutuu biyyattii haleellaa Masjiidota irratti raawwatame balaalefftuun mormii jalqabe itti fufee jira
Haleellaa shororkeessitoonni naannoo Amaaraa Jum’aa dabre magaalaa Mooxaa keessatti raawwataniin, Masjiidota afur dabalatee qabeenyi hawaasa muslimaa heddu ibiddaan barbadaa’uu fi…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriira mormii Juma’aa boru biyya keessaafi alattiis gaggeefamuuf qophiin xumuramuun ibsame
Jum’aa dabre (halkan December 20) naannoo Amaaraatti haleellaan shoorarkeessitootaan Masjidoota 4 irratti raawwatamuun ifa. Gocha badii raawwatame kana, Koreen fala…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriira Mormii Guyyaa Boruu Ilaalchisee Ibsa Koree fala barbaadduu Hawaasa Muslimaa irraa Keenname
Eenyummaa fi kabajni ummata tokkoo kan madaalamu, humnoota badii mirgaafi kabajaa isaa dhiiban kanaaf jagnoota deebisaa kennan horatuu irratti hunda’a.…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaan loltoota isii gara Liibiyaa erguuf kan karoorfatte tahuu beeksiste
Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan Khamiisa har’aa Ankaaraa keessatti akka ibsetti, gaaffii deeggarsa waraanaa mootummaan Liibiyaa beekamtii UN qabu Turkiyaaf dhiheesse…
Guutuu Dubbisi » -

Liyyuu Poolisiin Naannoo Amaaraa Jila Majlisaa gara Magaalaa Mooxaatti ergame keessa garee Miidiyaa ugguruu gabaafame
Manni Maree dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa jila haleellaa masjiidotaa fi manneen daldalaa hawaasa muslimaa irratti raawwatame qoratu, har’a gara magaalaa Mooxaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jaarmiyaaleen hawaasa Muslimaa Oromoo Awurooppaa 4, haleellaa Masjidoota irratti raawwatame balaleefataan
December 20, 2019 naannoo Amaaraa magaalaa Mooxaatti Masjidni 4 shoorarkeessitootaan gubamuufi qabeenya Muslimoota magaalichaa irraas miidhaan gahuun ni yaadatama. Gocha…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Yaassiin Nuuruu fi Ustaaz Badruu Huseen magaalaa Gondar akka hin seenne dhoorkaman
Majlisni magaalaa Gondar Ustaaz Yaassiin Nuuruu fi Ustaaz Badruu Huseen ‘magaalaa dhaloota isaanii akka hin seenne’ jechuun waajjira bulchinsaafi nageenya…
Guutuu Dubbisi »










