Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Magaalaa Adaamaa iddoo Migiraa jedhamutti haroon bishaanii dhoohuun miidhaa geessise
Haroon kun karoora qurxummii itti horsiisuu fi hojii misoomaatiif akka ooluuf mootummaa dhaan qotame, akkasumas balfi bishaanii magaalaa Adaamaa iddoo…
Guutuu Dubbisi » -

Finciltoonni Huusii Yaman loltoota Sa’uudii Kumatamaan lakka’aman booji’u ibsan
Dubb himaan garee Finciltoota Huusii Yaman lola cimaa loltoota Sa’uudii fi Finciltoota Huusii jidduutti kibba Sa’uudii iddoo Najraan jedhamuutti gaggeeffameen,…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Najjaashii Gurgurtaa Aksiyoonaa jalqabe
Baankiiwwaan tajaajila sirna Faayinaansii dhala irraa walaba ta’e keennuuf hayyama argatani gama hojjiitti seenaa jiran jidduu tokko kan ta’e, ‘Baankiin…
Guutuu Dubbisi » -

Lammileen Afgaanistaan Prezdaantii biyyattii filachuuf sagalee kennuu jalqaban
Lammiileen Afgaanistaan Prezdaantii waggaa afran dhufaniinf biyyattii hogganu filachuudhaaf sabtii har’aa sagalee kennuu kan jalqaban yoo tahu, prezdaantii yeroo ammaa…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa Godina Walloo aanaa Jiillee Dhummuggaa keessatti muudateen lubbuun nama 9 dabruu gabaafame
Balaan kun halkan edaa naannawa Sa’aa sagalitti kan muudate yoo tahu, namoota saglan lubbuun dabreen alattis namoonni heddu kan miidhaman…
Guutuu Dubbisi » -

Paakistaan hawaasni addunyaa dararaa Indiyaan Kaashimiir keessatti raawwattu hatattamaan dhaabsisu qaba jette
Muummichi ministeera Paakistaan Imraan Khan kora walii galaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 74ffaa, Ameerikaa magaalaa New York keessatti geggeeffamaa jiru irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Akka lixa Afriikkaatti Masjidni guddaan magaalaa guddoo Senegaal Dakaar tti eebbifame
Masjidni maqaa ‘Masaalikul Jinaan'(Daandii gara Jannataa geessu) jedhuun moggaafame kun yeroo tokkotti nama 30,000 kan keesummeessu yoo tahu, Ijaarsi isaa…
Guutuu Dubbisi » -

‘TVn Islaamaa’ tamsaasa Saatalaayitii jalqabuuf tahuu ibsame
Hawaasa Muslimaa Ameerikaa kaabaa jiraataniin kan hundeeffame ‘TVn Islaamaa’ karaa miidiyaalee hawaasaatiin ummata biyya keessaafi ala jiraniif, Barnoota Diin Islaam…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Masrii mormii Prezdaantii biyyattii irratti jalqaban Jum’aa har’aatis kan itti fufan tahuu gabaafame
Lammiileen Masri torbee dabre irraa jalqabee Prezdaant Abdulfattaah Al-Sisi aangoo akka lakkisu gaafachuun mormii kan gegeessaa jiran yoo tahu, haaluma…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan dhimma laga Abbaay irratti tumsa malee filannoon biroo kan hin jirre tahuu beeksiste
Prezdaant Saahilawarq Zawdee Kora Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 74ffaa irratti, Khamiisa kaleessaa haasaya gooteen dhimmoota kaafte jiddu tokko waa’ee laga Abbaay…
Guutuu Dubbisi »










