header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Baankiin Najjaashii Gurgurtaa Aksiyoonaa jalqabe

Baankiiwwaan tajaajila sirna Faayinaansii dhala irraa walaba ta’e keennuuf hayyama argatani gama hojjiitti seenaa jiran jidduu tokko kan ta’e, ‘Baankiin Najjaashii’ gurgurtaa Aksiyoonaa jalqabuu beeksise.

Baankiichi guyyaa har’aa Konfiransii gurgurtaa Aksiyoonaa magaalaa Adaamaatti kan geggeesse yoo tahu, sagantaa kana irratti hundeessitoota baankiichaa dabalatee abbootiin qabeenya fi keeysummoonni affeeraman argamu odeeyfannoon ni addeessa.

Gaaffiiwwaan gara garaa hirmaattota irraa saganticha irratti ka’eef hundeessitoonni baankichaa deebisaa keennu fi akkasumas gurgurtaan Aksiyoonaatis geggeeffamuu beekameera.

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button