NHTV
-
Wanti Akka Tasaa Uumame Hin Jiru!
Wanti akka tasaa argame hin jiru. Uumamni Hundi isaatuu Dizaayin godhamee lafa kaayame. Harki keenya harka keenya. Harki uumama biraa…
Guutuu Dubbisi » -
Addunyaan tun akkamitti uumamte?
Warri amantii hin qabne, hawaan tun akka tasaa uumamte jedhan. “Addunyaa tanarra dur dhoohinsa guddaa Big Bang jedhamutu ture. Innis…
Guutuu Dubbisi » -
Uumama lafa bishaan jalaa keessa jiraatu.
Bineensi Kun Sand Strike ykn Bobbit worm Jedhama. Garboota gurguddoo Jalatti boolla qotee jiraata.
Guutuu Dubbisi » -
Ilbiisota hammeenya guddaa qaban
Addunyaan tun uumama garagraatiin badhaatee jirti. Gariin isaanii faaydaa qabu. Gariin ammoo faaydaa nuuf hin mullanneen cinatti miidhaa hamaa qabu.…
Guutuu Dubbisi » -
-
Qurxummii Magaazii
Qurxummiin kun “Saw-fish” jedhama. Qajeelatti yoo gara afaan Oromootti hiiknu “Qurxummii Magaazii”jechuudha. Maal jechuudha? Gaafii jettu gaafachuun keessan hin oolu.…
Guutuu Dubbisi » -
Taarziyaar: Bineensa Hin Limsanne
Taarziyar bineensa xiqqoo halkan halkan qofa sochootuudha. Kan argamtus bosona Eshiyaa kibba lixaatti. Bineensi tun ganaa namaa kan hin caalle…
Guutuu Dubbisi » -
Godina Baalee Aanaa Sawweenaa Ganda Qunnii
Jiruun addunyaa Faraqaadha. Guyyaan tokko gammachu, guyyaan tokko gadda. Barri tokko quufa. Barri tokko beela. Yoo gandi tokko gammachuun ililchu,…
Guutuu Dubbisi » -
Dhiiraa fi Dubartiin Wal Qixaa? Dr Zaakir Naayik Afaan ormootiin
Islaamummaa Keeysatti dhiiraa fi dubartiin wal qixa. Garuu Walqixxummaan wal fakkeenyaa miti. Haala uumamaa irratti hundaahee, ka’uumsa uumamarratti hundaahee, dhiiraa…
Guutuu Dubbisi »