header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

109: Bishaan qaama saalaarraa bahu (Mazyiin) soomana ni miidhaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Jaarsaafi jaartiin bakka bakka jiran isaanii haasawa jaalalaa haasawu, Mazyiin yoo isaanirraa bahe soommana ni miidhaa?

 

Deebisaa: Siifi jaartiin tee takkaahuu jaarsi kee adda fagaattanii fagoodhaa haasawa haasawuun fedhinnaa walitti kaasuun shahwaa hirriibaa ufitti dammaqsuun gaaga’ama guddaa ufirra fiduudha. Namni harka uf kaayee haqqisaa ufirra barbaadu laagaa isaattu murama. Fedhinnaan haasawaan ufitti kaaftu kun rakkinna sitti fida. Dhukkuba muldhii, dhukkuba cophxoo. Maaliif? Wanni sosso’e sun bakkarraa sosso’ee ala hin baane jechu. Tana waan ta’eef dura haasawuma nagayaa wajjiin haasawaa malee waan fedhinnaa isinitti kaasu hamma dandeessanitti irraa fagaadhaa. Garuu mazyiin namarraa bahuun soommana hin balleessuu wudu’a balleessa. Ajriis namarraa hir’isaa soommana keessa of eegaa.

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 10
Views: 3041

Kanas dubbisi!

111: Lukkuu fayyaa dhabde ajjeesuun ni tahaa?
107: Eegaan salaata fixeen najisa firratti argee maaliin godha?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button