header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

229: Dubartiin heeydii irraa eega xahaarattee booda bishaan booruu yoo argite, salaata ni dhoowwaa?

  • Home
  • Dubartii
  • 229: Dubartiin heeydii irraa eega xahaarattee booda bishaan booruu yoo argite, salaata ni dhoowwaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii:  Intala dhalaa takka yeroo heeydiin itti dhuftee xahaaratte duuba xahaaraa boodaan bishaan yookaa dhiiga booruu takkatu itti dhufaa saniif jecha salaata ni dhiiftii.

 

 

Deebisaa:   Eega xahaaratteen boodatti yoo dhiigni heeydii itti dhufe lammeessaa salaata ni dhaabdi, ammoo booruuf jecha akkuma sahaabiyyaanni zamana Nabii Rabbi keessatti jedhan eega xahaarannee booda dhiiga tortoraan yoo nutti dhufe heeyditti hin lakkoofnuu jedhan. Kanaafuu eega xahaarattee booda booruuf wasakni sitti dhufu wuduu’a balleessa malee heeydii hin jedhamu. Salaata salaatuu, soomana soommanuu, jaarsa keetitti ida’amuudhaafis mirga guutuu qabda sanii jettee salaata kee hin dhiisin.

 

Dr.Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 164

Kanas dubbisi!

230: Dhiiraa fi dhalaan eega Zinaa walirratti dalaganii booda wal fuudhuun ni tahaa?
220: Adeerri Nikaha namaaf hidhuu danda’aa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

  1. As wr Wb gafiin kiyya yeroo heeydin Dubartii irra dhaabate Osoo hin Xaharfatin Suhuura kaate Suhuurte Soomte ganama yeroo kaate yoo Xahaarfatte Akkami

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button