header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

331: Miilli yoo nama dhukkube akkamitti salaatan?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Quba tokkotu na dhukkubee salaataaf yoo attahiyyaatuu taa’u miila mirgaa lafatti dhaabuu dadhabee?

 

 

 

 

Deebisaa: Yoo si dhukkube waa takka rakkoon hin jiru. Yoo feete ciibsi, yoo feete ufdura kaayi kara feetetti naanneffadhu. Haga fayyitutti rakkoon hin jiru.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 74

Kanas dubbisi!

332: Faatihaan bakka kamitti qara’ama?
326: Salaata keessa qubaan waa namatti himuun taatii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button