header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

66: Nama nama goowwoomsu ykn kijibuuf malli maali?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni  tokko tokko nama goowwoomsa; gariin wama hin jirre irratti kijibaan kakuu guddisa. Kanaaf malli maali?

 

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, Muslimni wal hin sobuu dhugaa walitti hima. Fakkeenyaaf intala tee kennuu feetee dubra yoo jettee dubrummaa hin qabaanne dubra hin je’in. Akkusuma makiinaa yoo gurguruu feete, dhibdee makiinaan tee qabdu himi. Akkasuma yoo miidhaan gurgurtu jala jiini jiraate goggogaa gubbatti naqxee nama hin gowwoomsin. Eeybii wanni ati gurguruu feetu qabdu dhoysuun haraam calla. Akkuma san Muslimni waan hin jirre cufa irratti kakuu hin guddisu. Kakuu guddisuun badii guddotti nama geessiti; kijibatti nama geessiti. Waan hin jirretti kakaatuun haraamitti nama geessitii irraa fagaadhu.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 327

Kanas dubbisi!

67: Aanaa kiyyarraa namni Zakaa haqa godhatu eenyu?
42: Waahela kiristaanaa qabaachuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button