header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

02: Sunnaa Wudu’aa

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yoo wuda’adhee bakka hojjadhutti osoo sunnaah wuda’aa hin salaatin na yaamanii deemee, saa’aa takka booda yoo dhufe bishaan sun narraa gogguudhaaf  sunnaan wudu’aa na dabarte, kanaafuu maaltu narra jira?

 

Deebisaa:   Yaa Gabrittii/Gabricha Rabbii, sunnaan wuda’aa Sunnaadha. sunnaa jechuun yoo dalagde waan ajrii irraa aragattu yoo dhiifte Rabbiin ka si hin gaafanne jechu. Tanaaf jecha sunnaa wuda’aa salaatuun jiidhaan wajjiin hidhannaan hin jirtu. Ammuma wudu’attee osoo huccuudhanillee ufirraa qoorsitee salaattee wama takkaa sirratti hin jiru.

 

?Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 213

Kanas dubbisi!

06: Sunnaa Rawaatibaa Eega eegalanii dhiisuun danda’amaa?
01: Salaata Walitti Qabanii Salaatuu
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button