Chaayinaa
-
Eeshiyaa
(no title)
Qondaaltonni waraana Iiraan akka jedhanitti, humni galaanaa isaanii Jum’aa boruu irraa eegalee guyyoota afuriif leenjii waraana galaana irraa Chaayinaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Jiraattonni magaalota Istanbul fi Hong Kong muslimoota Wiigar deeggaruun hiriira bahan
Taphataan kubbaa miilaa beekamaan lammii Jarman Mesut Ozil, torbee dabre dararaa mootummaan Chaayinaa muslimoota Wiigar irratti raawwatu balaaleffatuun yaada kenneen…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Ameerikaan qondaaltota Chaayinaa bulchiinsa Zinjiyaangi hogganan irra qoqqobbii kaahuuf wixinee seeraa qopheessaa jirti
Mootummaan Chaayinaa maqaa finxaalessummaa too’achuu jedhuun, kutaa biyyattii Zinjiyaangi jedhamu keessatti muslimoota Wiigar kan dararu tahuu, dhaabbileen mirga namoomaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Chaayinaan mormii jiraattota magaalaa Hong Kong ilaalchisee seera mootummaan Ameerikaa raggaasise balaaleffatte
Mootummaan Chaayinaa Waxabajjii dabre labsii “dhimmi seeraa jiraattota magaalaa Hong Kong hundi manneen murtii magaalota biyyattii kanneen biroo keessatti akka…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Ameerikaan Kaampaaniiwwan Chaayinaa meeshaalee basaasaa omishan irra qoqqobbii keette
Ameerikaan dararaa mootummaan Chaayinaa Muslimoota Wiigar dabalatee gareewwan biroo lakkoofsaan xinnaa tahan irratti raawwatu mormuun, dhaabbilee basaasa Chaayinaa fi Kaampaaniiwwan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Chaayinaan Misaa’ela Baalastikii haaraya kan sagalee caalaa dachaa afur saffisu ifa goote
Mootummaan Chaayinaa hundeeffama waggaa 70ffaa Paartii Koministii Chaayinaa kan kabajataa jiru yoo tahu, ayyana kana irratti raayyaan ittisa biyyaatti meeshaalee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Chaayinaan yakka ‘lammilee isii eega ajjeefte booda qaama isaanii gurgurtaaf dhiheessuu raawwatti’ jedhuun himatamte
Dhaabbanni miti-mootummaa abbootii alangaa Chaayinaa Tiraaybunaal(China Tribunal) jedhamu kan yakka gurgurtaa qaama ilma namaa irratti qorannoo geggeessu, Walgahii kibxata dabre…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Mootummaan Chaayinaa sarbaminsa mirga namummaa Muslimoota Biyyaattii irratti raawwatu daranuu hammeessee itti fufe jira
Mootummaan Chaayinaa sarbaminsa mirga namummaa maqaa Fiinxaaleessummaa balleessu jedhuun, Muslimoota Wiigar kan kutaa Xianjiang irratti raawwachaa ture, guutuu biyyaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Qaxar imaammata mootummaan Chaayinaa muslimoota Wiigar ilaalchisee hordofu deeggaruun xalayaa mallatteessitee turte haquu gabaafame
Ji’a lama dura Awstiraaliyaa, Niwuziiland fi Jaappaan dabalatee ambaasaaddaroonni biyyoota 22, maqaa finxaalessummaa ittisuu jedhuun cunqursaa hamaa mootummaan Chaayinaa muslimoota…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Mootummaan Chaayinaa, Ameerikaan meeshaa waraanaa Taaywaaniif akka hin gurgurre gaafate
Ameerikaan meeshaa waraanaa Dolaara Biiliyoona 2.2tti shallagamu Taaywaanitti gurguruuf qophii tahuu eega ibsitee booda, Chaayinaan karoora Ameerikaa kana balaaleffataa jirti.…
Guutuu Dubbisi »