COVID-19
-
Eeshiyaa

Maaleezhiyaan Lammileen Isii Sirna Hajjii Bara Kanaaf akka hin imale dhorkite
Sodaa weerara tatamsaa’a dhibee Koroonaa Vaayiras hordofuun, Maaleezhiyaan lammileen isii sirna Hajjii bara kanaaf akka hin imale tahuu beeksiste. Maaleezyiyaan…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19 qabamanii 3166 gahe
Ministeerri Fayyaa sa’aatii 24 dabraniitti qorannoo COVID-19 namoota 5644 taasifame jidduu, namoota 268 irratti Vaayiraasiichi argamuu fi, Namoonni 8 ammoo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Weerarri COVID-19 Afrikaatti Saffisaan babal’ataa jiraatuu beeksise
Damee Afrikaatti dareekterri dhaabbatichaa Dr. Maatshiidisoo Mo’eetii, gabaasa Waajira muummee WHO magaalaa Jenevaatti argamutti dhiheesse irratti, lakkoofsi namoota dhibee kanaan…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 11, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 2,670 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 10, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 2,506 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 Update June 09/2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 190 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Kiibxata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 8, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 2,156 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATE JUNE 7, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 86 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota sababa COVID-19 du’anii 400,000 dabre
Weerarri Vaayirasii Koroonaa ji’a shan dura Chaayinaa keessatti ka’e, hanga ammaatti guutuu addunyaa keessatti ummata 402,000 ol galaafatuu gabaafame. Akka…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 6, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 1,934 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi »










