Itoophiyaa
-
Odeeyfannoo

Manni Marii ADWUI walitti makamuu dhaabbilee isaa raggaasise
Murtii torban dabre waliitti makamuu dhaabbilee ADWUI irratti, Koreen hojii raawwachistuu dhaabbatichaa sagalee caalmaan dabarse raggaasisuuf, manni marii addichaa guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Konfiransiin nageenyaa abbootii amantaa fi abbootii Gadaatiin qophaa’e magaalaa Finfinneetti geggeeffame
Kaayyoon Konfiransii kanaa, marii dhimma nageenyaa ummata Oromoo fi Amaaraa irratti xiyyeeffate yoo tahu, Ulamaan gurguddoon biyya keenyaa, abbootiin amantaalee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjida Annasr Kan Magaalaa Adaamaatti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Sagantaa kana irratti Ustaazoonni fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu ta’e argamu odeeyfannoon ni addeessa. Keeysummoota argaman jidduu Ustaaz Injinar Badruu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

ADWUI’n bu’aa qorannoo adeemsa addicha walitti makuu sagalee caalmaan raggaasise
Koreen hojii raawwachiistuu ADWUI, qoorannoo adeemsa paartilee isaa fi paartiilee deeggartoota isaa walitti makuun paartii biyyoolessaa tokko hundeessuu jedhu irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Obbo Jawaar Muhammad Filannoo Biyyooleessa bara 2012 irratti dorgomuuf qophii tahuu ifoomse
Jijjiirama Siyaasaa biyyattii keessatti dhufe hordofuun, waggaa tokko dura gara biyyaatti kan gale xiinxalaan siyaasaa fi Daayrekterri OMN obbo Jawaar…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Barattoonni Yunivarsiitii Waldiyaa hanga ammaatti rakkoo keessa jiraachuu himan
Sabtii dabarte, naannoo Amaaraa Yunivarsitii Waldiyaatti ajjeechaa barattoota Oromoo lama irratti raawwatameen haalli nageenyaa Yunivarsiitii Waldiyaa kan hammaate yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Majlisni Naannoo Amaaraa haarayatti kan hundeefamu tahuun ibsame
Kora torbaan dabre magaalaa Daseetti Ulamaa fi hayyoonni, akkasuma bakka bu’oonni hawaasa Muslimaa godinaalee Wolloo 3 irraa dhufan itti hirmaatanitti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjiidni Al-Faaruuq kan Finfinnee Kolfee Qaraaniyootti argamu akka diigamu gaafatame
Masjiidni Al-Faaruuq waraqaa seeraa guutuu kan qabu yoo tahu, dhiphina iddoo masjiidichaatiin wal qabatee hawaasani Muslimaa naannawa sanii dhaabbilee amantaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan naannoo Oromiyaa ‘tarkaanfiin eeggumsa Jawaar Muhammad irratti fudhatame dogongora’ jedhe
Halkan edaa waardiyoonni Aktivistii fi Daayrektara OMN Obbo Jawaar Muhammad haal duree tokko malee eeggumsa isaa addaan kutanii akka bahan…
Guutuu Dubbisi »










