Itoophiyaa
-
Odeeyfannoo

Manni Marii olaanaan Dhimmoota Islaamummaa Bulchiinsa magaalaa Bishooftuu Yaa’ii Idilee 1ffaa geggeesse
Manni marichaa Yaa’ii Idilee isaa tokkoffaa kan bara kanaa gurraandhala 28,2013 iddoo keessummoonni fi miseensonni mana marichaa argamanitti gaggeesse. Ajandaaleen…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Talaalliin COVID-19 miliyoona 2.2 Itoophiyaa seene
Talaalliin Vaayirasii Koroonaa ittisuuf oolu kan marsaa jalqabaa ganama harraa Itoophiyaa kan seene yoo ta’u, Talaalliin kun Jaarmaya walta’iinsa idil-addunyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Itoophiyaatti ji’oota ja’an dabran keessa balaa Makinaan lubbuu Nama 1,849 dabre
Daarektoreetii to’annoo yakkaa Komishiinii Poolisii Federaalaatti, dameen balaa tiraafikaa fi raaga haala tiraafikaa kennu kaleessa feesbuukissaarrtti ibsa baaseen, Adoolessa 1,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Makinaan Darasoota fe’attee imaluu ture gargaluun lubbuun nama 5 dabre
Makinaan Isuzu’n barattoota diinii (Darasoota) lakkoofsaan 20 ta’an fe’attee godina Arsii lixaa Saaguree irraa bahe gara Kofalee deemaa ture, guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waldaan Tokkummaa Muslimoota Magaalaa Jimmaa fi Naannawa isii Hundeeffame
Hawaasni muslima magaalaa Jimmaa fi naannawa isii guyyaa harraa walitti dhufuun marii tokkummaa hawaasa Muslimaa irratti xiyyeeffate geggeessuun, Waldaa Tokkummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjidaa fi Madraasaan Birrii miliyoona 5.2’n godina Jimmaa Aanaa Saxxammaatti ijaarame Eebbifame
Masjidaa fi Madraasaan Fathi kan godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa ganda Shanii Camariitti, lammilee biyya keenyaa Sa’uudii jiraataniin ijaarame kun, guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Majlisa Federaalaa keessa namoonni filannoon hoggantoota Majlisaa akka hin geggeeffamne gufachisuuf hojjatan jiraachuun ibsame
Dubbii himaa Koree Fala Barbaadduu hawaasa Muslimaa fi miseensa koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa Muslimaa 9’n jidduu tokko kan ta’e Ustaaz…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen Boordii Hoji Raawwachiistuu Majlisa Federaalaa, tarkaanfiin hojii irraa ugguruuf itti fudhatame “kan seeraa alatti” jedhe
Manni marii Ulamaa Itoophiyaa guyyaa lama dura, Koree Boordii hoji raawwachiistuu Majlisa Federaalaa haal-duree tokko malee hojii irraa ugguruu xalayaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Manni Marii Ulamaa Itoophiyaa, Koree Boordii Hojii Raawwachiistuu Majlisa Federaalaa hojjii irraa ugguru gabaafame
Manni Marii ulamaa Majlisa Federaalaa, Koree boordii hoji raawwachiistuu mana marichaa ugguruu xalayaan kan beeksise tahuu dhagahame. Koreen boordii kun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen Boordii Hoji Raawwachiistuu Majlisa Federaalaa, rakkooleen Majlisa keessa jiran hatattamaan akka furaman gaafate
Koreen kun yaa’ii idilee isaa tokkoffaa guyyoota lamaaf geggeessee xumuruu ibse. Yaa’ii kana irratti bakka bu’oonni koree hoji raawwachiistuu Majlisa…
Guutuu Dubbisi »









