Ogbarruu
-
Og-Barruu
Magaalota umrii dheeraa qaban
Qophii Abu Ibtisam Akka galmeen seenaa ibsutti, magaalaan Finfinnee bara 1886 hundeeffamte. Kana jechuun magaalaan tun umrii waggaa 136 qabdi…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Namoota murtiin ajaa’ibaa itti murteeffame jidduu muraasa
Qophii : Abu Ibtisam Yakki dachii tanarratti raawwatamu, ilmaan Nabi Aadam (AS) irraa eegalame. Eega ilmaan Nabi Aadam lameen wal…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Taarziyar
Qophii: Abu Ibtisam Taarziyar uumama xiqqaa biyyoota Kibba Baha Eeshiyaa keessatti argamuudha. Uumamni kun naannoo margaafi baalli baay’inaan argamu keessa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Goljaa
Qophii : Abu Ibtisam Goljaan sanyii Booyyee ti. Eddoon jireenya isaatis ardii Afriikaa ti. Sanyiin goljaa lama yoo ta’u, Goljaa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Biyyoota Xixiqqoo (micro nations)
Qophii: Abu Ibtisaam Waggaa 500 dura baay’ini ummata addunyaa Biliyoona 1 hin guutu ture. Har’a kunoo Biliyoona 8 guutuuf waa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Aadaawwan ajaa’ibaa biyyoota garagaraa keessatti rawwataman
Deenmaark Deenmaark keessatti dhiirri osoo hin fuudhin waggaa 25 yoo guute bahee galuuf hedduu rakkata. Aadaan kun Deenmaark naannoo tokko…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Ajaa’iba uumamaalee garagaraa
Tisiisa Sanyiiwwan Tiisisaa umrii gabaabduu jiraatuudhaan beekkamu. Fakkeenyaaf Tiisisni house fly jedhamu guyyaa 14 qofa jiraata. Kan haga guyyaa 28…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Leenca
Leenci bineensota gurguddoo gootummaan beekaman keessaa sadarkaa duraa irratti argama. Sanyiiwwan adurree ykn ammoo Big Cat jedhaman keessaa guddinaan leencatti…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Fire fox
Namoonni intarneeta fayyadamnu browser intarneetaa Fire fox jedhamu akka gaaritti beekna. Fire fox jechuun maal jechuudha? Fire fox jechuun maqaa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Dhaddee
Dhaddee-Bineensa xiqqaa Leencaa fi Qeerransa ofirraa faccisuu danda’u.Uumamni kun qaama isaa irraa meeshaa waraanaa kan qeerransa ajjeesuu danda’u qaba. Meeshaan…
Guutuu dubbisi...