Reptaayiloota
-
Og-Barruu

Lootuu Sheeyxaanaa
Maqaan uumama kanaa Moloch jedhama. Maqaa biraa lootuu qoree ykn ammoo lootuu sheeyxanaa jedhamuunis ni waamama. Uumamni kun naannawa gammoojjii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Hormaanni Uumama Kanaa Hedduu Nama Ajaa’iba
Bineensi kun Tuatara jedhama. Tuataran sanyii lootuu biyya Niiwziilaand keessatti qofa argamuudha. Ardii Niiwziilaand irra dur hantuutni waan hin jirreef,…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bofa summii ijatti nama biifu kana fagotti irraa goraa.
Bofa Xaraa ijaan argitanii beeytuu? Bofni Xaraan sanyiiwwan bofaa akkaan sodaataman keessaa isa tokko. Biyyoota eeshiyaa gama Kibba bahaa jiran…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Lootuu haala qilleensaa hunda dandamatu
Uumamni kun Agaamaa jedhama. Agaamaan sanyiin Qarcooti. Ardiilee Afriikaa, Eeshiyaa fi Awurooppaa keessatti argama. Walumaa galatti ardiilee sadan kanniin keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bofa kana yoo argitan fiigichaan naannoo sanii baqadhaa! Tafakkur- Black Mamba
Imalli keenya har’aa gara afrikaati. Naannoo Baha Afrikaafii naannoo biyyoota kibba Afrikaa dhaynee uumama hamaa tokko waliin daawwanna. Uumamni kun…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Dwarf Crocodile
Maqaan uumama kana Dwarf Crocodile ykn Naacha Gabaabaa jedhama. Naachi kun Naacha nuti beeknurraa waan adda isa godhu hedduu qaba.…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Iguwaanaa (Iguwaanaa), Sanyii Lootuu Ajaa’ibaa
Uumamni kun sanyii lootuu keessaa isa tokko yoo ta’u, guddina qaamaatiinis lootuuwwan gurguddaa keessatti ramadama. Qophii hardhaa kana keessatti, uumama…
Guutuu Dubbisi »








