-
Akhlaaqa
Ollaa Muslimaa
Muslimni akkuma maqaan isaa ibsutti nama fedhinnaa ofii jala deemu osoo hin taane nama fedhinna Rabbiitiif bitame jechuudha. Rabbi ammoo…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu
Balaawwan xayyaaraa kan guutuu addunyaa rifachiisanirraa muraasa
Waggaa sadi dura 10 March 2019 xayyaarri itiyoophiyaa Being 737 Max 8 jedhamu lafaa ka’ee daqiiqaa 6 keessatti raadaara keessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Eenyutu Hawaa kana uume?
Uumamni dachii tana dabalatee hawaa guutuu keessa jiru dandeettii fi guddina Rabbii tokkichaa ragaa nuuf baha. Nutis kanuma bu’uura godhachuun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeeydaa fi Baankiin Hijraa walii galtee mallatteessan
Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeeydaa guutuu Oromiyaa keessatti dubartoota irratti xiyyeeffatuun, leenjii ogummaa fi tajaajila gorsaa dabalatee dhimmoota heddu irratti ciminaan hojjachaa…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu
Adabbii Du’aa fi Ameerikaa
Addunyaan seera nam tolchee hedduun bulti. Seerota kanniin keessa tokko yakka hojjatamuuf adabbii garagaraa kennuudha. Adabbii kana keessaa inni tokko…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Ustaaz Abdurrahmaan Huseeniif sagantaan simannaa godhame
Hidhaa irraa hiikamuu Daayireekteeraa Miidiyaa NUURALHUDAA fi bu’uuressaa Jaarmaya Sumayyootaa fi Bilaalotaa kan tahan Ustaaz Abdurrahmaan Hussen (Xaalibu Ridallaah) ilaalchisee,…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Gadamsa
Barruu tana keessatti gara biyya keenyaa deebinee uumama biyyi teenya ittiin beekamtu tokko ilaalla. Imalli keenyas Bosona Baalee keessa ta’a.…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa
Manguddoo Kabajuu
Anas ibnu Maalik (RA) akkana jechuun hadiisa tokko nuuf gabaase, ‘Manguddoon tokko ergamaa Rabbii (SAW) dubbisuf gara isaanii dhufe. Sahaabonni…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Gaalaaksii
Rabbiin warra sammuu qabu ykn warra waa xiinxallu hoggaa jedhu warra akkam baana. Ø¥ÙÙ†ÙŽÙ‘ ÙÙÙŠ خَلْق٠السَّمَاوَات٠وَالْأَرْض٠وَاخْتÙلَاÙ٠اللَّيْلم
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu
Onnee carraa jireenyaa yeroo lammataa argattee fi Bineensa dachii tanarratti Umriin isaa 190 guute
Intalti duutee qabrii jirti. Onneen isii ammo ammas ni dhahatti, ammas tajaajila dhiiga raabsuudhaa itti fuftee jirti. Duuba eega intalti…
Guutuu Dubbisi »