-
Tana Quba Qabduu
Biyyoota garagaraa keessatti hooggantoota arrabsuun adabbii akkamii qaba?
Hooggantoonni biyyaa kabajaa guddaa qabu. Ni sodaatamuus. Seerri mootummaatis bakka addaa isaaniif kenna. Eegumsi isaaniif godhamus kan addaati. Kun hundi…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa
Nagaya Wal gaafatuu
Islaamummaan nagaya. Amanatii nagaya bu’uura godhachuun nagayaaf ijaaramtee dha. Maqammaan Islaam jedhu nagayaan wal qabata. Ergamaan Rabbiitis (SAW) Nagayaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Zoonkii (Zonkey)
Uumama Rabbiin uume lakkoofnee bira gahuu hin dandeenyu. Uumamni Rabbii lakkoofsaanis amalaanis, haalaanis ajaa’ibuma. Isa tokko arginee ajab yoo jennu,…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Gurra Ilma Namaa
Badhaasa Rabbiin keenya ilma namaa badhaase keessaa tokko gurra. Dalagaa gurraa qaamni biroo ka bakka bu’ee dalaguu danda’u hin jiru.…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu
Hammeenya maqaa qorannootiin ilma namaa irratti raawwatame
Bara 1920moota keessa dhukkubni tokko biyya Ameerikaa keessatti babal’atee ture. Dhukkubni kun fanxoodha. Fanxoon, dhukkuba karaa wal qunnamtii saalaatiin daddabruudha.…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Qamalee
Waa’ee Qamalee yoo dhageenyu wantoota heddutu sammuu keessa nu yaa’a. Uumama dachii tanarra jiran keessaa bineensa qaruutummaan hunda caalu akka…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu
Balaa uumamaa
Dachiin irra jiraannu tun balaa garagaraatiin marfamtuudha. Rabbiin (SW) qur’aana keessatti ummata garagaraa karaa garagaraatiin dachii tanarraa balleessuu isaa nuu…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Ija Ilma Namaa
Rabbiin keenya (Subhaanahu wata’aalaa) tola hedduu nutti oole. Tola inni nuuf oole lakkofnee hin fixnu. Barruu tana keessatti waahee agartuu…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Wiizil
Uumamni barruu tana keessatti laallu Wiizil jedhama. Wiizil bineensa xiqqaadha. Bineensi kun hoosiftoota foon sooratan keessatti ramadama. Ardii Awustraaliyaa fi…
Guutuu Dubbisi »