-
Odeeyfannoo

Haleellaa West Bank keessatti raawwatameen lammiileen Israa’el lama ajjeefaman
Haleellaa kanaan namni biroo tokko ammoo kan madaaye yoo tahu, waraanni Israa’el nama haleellaa kana raawwate barbaacha gandoota Falasxiinotaa heddu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Gaazexeessaan Sa’uudi Qonsilaa Istanbul keessatti kan ajjeefame tahuu gabaafame
Gaazexeessaan Sa’uudi Jamaal Khaashoqji Salaasa dabre qonsilaa Sa’uudi Istanbulitti argamu eega seenee booda kan dhabame yoo tahu, qondaaltonni Turkiyaa guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Turkiyaan dhimma Gaazexeessaa Sa’uudi Istaanbul keessatti dhabamee qorachuu eegalte
Maddeewwan Waajjira Abbaa alangaa Turkiyaa eeruun Anaadooluu Niiwus akka gabaasetti, Â qondaaltonni Turkiyaa Sabtii har’aa dhimma dhabamuu gaazexeessaa kanaa qorannoo kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Turkiyaan meeshaa gargaarsaa Xiyyaara lamaan gara Indoneezhiyaa ergite
Humni Waraana Turkiyaa, meeshaalee gargaarsaa Dhaabbatni Baatii Diimaa Turkiyaa lammiilee Indoneezhiyaa balaa kirkira lafaatiin miidhamaniif kenne, Sabtii har’aa Xiyyaara lamaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

BREAKING: Korrii Waliigalaa ADWUI dura taa’aa fi Itti aanaa dura taa’aa dhaabbatichaa filachuun xumurame
Korri Waliigalaa ADWUI 11ffaan magaalaa Hawaasaatti Arba’aa darbe jalqabame hardha kan goolabame yoo tahu, paartichi kora kana irratti dura taa’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Netherlands Basaastota Raashiyaa Afur biyyaa ari’uu beeksifte
Ministeerri ittisaa Netherlands ibsa baaseen, Haleellaa interneetii (Cyber attack) dhaabbilee gurguddoo biyyattii irratti mootummaa Raashiyaatiin qindaayee ture kan fashaleesse tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walitti bu’iinsa Poolisoota Federaalaa jiddutti uumameen lubbuun namaa dabre
Magaalaa Finfinnee naannoo Wolloo Safar jedhamutti walitti bu’iinsa poolisoota federaalaa jiddutti muudateen, poolisoonni 2 yoo du’an, 4 madaa’aniiru. Poolisiin yakkicha…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni murtii UN Ameerikaan qoqqobbii Iiraan irra keette akka kaastu ajaje
Manni murtii ol’aanaan UN, International Court of Justice jedhamu, Ameerikaan qoqqobbiiwwan Iiraan irra keette jidduu, bittaa meeshaalee gargaarsa namoomaa fi…
Guutuu Dubbisi »










