-
Odeeyfannoo

Korri Waliigalaa Dhaabbata mootummoota gamtoomanii Khamiisa har’aatis itti fufee jira
Korri Waliigalaa UN dheengadda Niiwuyoorkitti jalqabame har’as kan itti fufe yoo tahu, Prezdaantii Bulchiinsa Falaxiin Mahmuud Abbaas fi Muummicha ministeeraa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Sa’udiin Daandii Baaburaa Makkaa fi Madiinaa wal qunnamsiisu eebbisiiste
Daandii Baabura Saffisaa magaalaa Jiddaa keessa qaxxaamuruun magaalota kabajamoo Makkaa fi Madiinaa wal qunnamsiisu kana, Kiibxata kaleessaa Malik Salmaan kan…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Paartiin Mormituu Briteen filannoo itti aanu yoo injifate Falasxiiniif beekamtii kan kennu tahuu ibse
Paartiin mormituu Briteen Labour Party jedhamu, guyyaa kaleessaa magaalaa Liver Pool keessatti kora walii galaa kan taa’e yoo tahu, ajandaawwan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Israa’el West Bank Weeraruun Falasxiinota hiite
Waraanni Israa’eel halkan edaa West Bank weeraruun lammiilee Falasxiin 15 ol kan hidhe tahuun beekame. Namoonni hidhaman hundi mana jireenyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Poolisiin Dirree Dhawaa jeequmsa magaalattii keessatti ka’ee ture ilaalchisee qorannoo geggeessaa ture xumuruu beeksise
Walitti bu’iinsa magaalaa Dirree Dhawaa keessatti ji’a lama dura ka’ee tureen, namoonni 13 ajjeefamanii manneen 45 gubatuun ni yaadatama. Namoota…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Qorannoon Yunivarsitii Osloo lakkoofsi lammiilee Noorweey Islaamummaa fudhatanii dabalaa dhufuu mul’ise
Gaazexaan beekamaan biyyattii Verdens Gang jedhamu qorannoo Yunivarsiitii Osloo eeruudhaan akka gabaasetti, waggaa waggaan yoo xiqqaate lammiileen biyyattii 3000 tahan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ayarlaand Falasxiiniif beekamtii guutuu kennuuf qophii tahuu beeksifte
“‹”‹Ministeerri haajaa alaa Ayarlaand Saayman Kovenii Alhada kaleessaa gitaa isaa ministeera haajaa alaa Falasxiin Riyaad al-Almaliki waliin Dabliin keessatti eega…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Israa’el Flasxiinota Khan Al-Ahmar keessa jiraatan guyyaa saddeet keessatti ganda isaanii lakkisanii akka bahan akeekkachiifte
Gandi Khan Al-Ahmar West Bank keessatti kan argamu yoo tahu, mootummaan Israa’eel Falasxiinota ganda kana keessa jiraatan hunda lafa isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Baalee Roobee keessatti namoonni hidhatanii Jeequmsa kaasan qabaman
Guyyaa har’aa hidhattoonni eenyummaan Isaanii hin beekamne, magaalaa Roobee naannawa Giriin jedhamutti dukkaanotaa fi dhaabbiilee dhuunfaa caccabsanii seenuun, namoota reebaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Iiraan keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 25 ajjeefaman
Agarsiisa Raayyaa ittisa Iiraan magaalaa Ahvaazit jedhamtu keessatti geggeefamaa ture irratti haleellaa raawwatameen, yoo xiqqaate loltoota dabalatee namoonni 25 akka…
Guutuu Dubbisi »










