-
Koroonaa

Mootummaan Sa’uudii imala gara biyyattiitti godhamu hunda ugguruu beeksise
Weerara COVID-19 akka haarayaatti biyyoota addunyaa keessatti hammaataa dhufe hordofuun, mootummaan Sa’uudii har’a irraa eegalee yoo xiqqaate torbaan tokkoof xiyyaaraan,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Weerarri Vaayirasii koroonaa haarayatti deebi’ee saffisaan babal’ataa jiraatuu ibsame
Guutuu addunyaa keessatti lakkoofsi namoota dhibee koroonaatiin haarayattii qabamanii, deebi’ee haala yaaddessaa taheen dabalaa jira. Dhaabbatni fayyaa addunyaa akka jedhetti,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Sa’uudii gabaasa Muummichi ministeera Israa’el dhoksaan biyyattii seenee ture jedhu haale
Miidiyaaleen Israa’el Alhada kaleessaa Benjaamin Netaaniyaahuu fi hogganaan dhaabbata basaasa biyyattii dhoksaan gara Sa’uudii imaluun, Muhammad Bin Salmaan waliin kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Appilikeeshiiniin ‘Muslim Pro’ jedhamu odeeyfannoo daataa fayyadamtootaa Waraana Ameerikaatti gurgurata jedhu haale
Miidiyaan “Vice”jedhamu Wixata kaleessaa akka gabaasetti, Waraanni Ameerikaa daataa namoota dhuunfaa dhaabbilee appilikeeshiinii irraa kan bitu akka taheefi, Appilikeeshinoota dhoksaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjiidni beekamtii mootummaa qabu Griik magaalaa Ateens keessatti baname
Bulchiinsi Usmaaniyyaa waggaa 200 dura Griik lakkisuun eega bahee booda, Masjiidni magaalaa gudditii biyyattii keessatti akka hin ijaaramne dhoorkamee ture.…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Talaalliin vaayirasii Koronaatiif hojjatame tokko vaayirasicha 90% ol kan nama irraa ittisu tahuu ibsame
Kaampanoonni qoricha talaallii kana hojjatan Pfizer fi BioNTech jedhaman milkaayinni talaallii kanaa ‘saayiinsii fi namoomaaf guyyaa guddaadha’ jedhan.Talaallin kun namoota…
Guutuu Dubbisi » -
USA

Filannoo Prezdaantummaa Ameerikatti geggeefamaa jiruun Jo Biden dursaa akka jiru gabaafame
Filannoon Prezdaantii Ameerikaa har’a November 03/2020 kan goolabamu yoo tahu, hanga ammaatti ummaanni miiliyoona 98 tahu sagalee kennuu gaabafame. Sagalee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sa’uudiin lammiileen biyya alaa sirna Umraa tiif gara biyyattii akka seenan hayyamte
Weerara Covid-19 guutuu addunyaa keessatti hammaatee ture hordofuun, Sa’uudiin ji’a torba dura lammiileen biyya alaa sirna hajjii fi umraatiif gara…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeera Paakistaan Prezdaantiin Faransaay jibbiinsa islaamummaa babal’isaa jira jedhe
Muummichi Ministeera Paakistaan Imraan Khan fuula twitter isaa irrati, Prezdaantiin Faransaay Imaanu’el Makroon yakka ajeechaa raawwatametti fayyadamee jibbiinsa Islaamummaa babal’saa…
Guutuu Dubbisi »










