-
Afrikaa

Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii gara Masri imaluu gabaafame
Jilli mootummaa Eertiraa prezdaant Isaayyaas Afaworqiin durfamu daaw’annaa hojii guyyaa sadihiitiif har’a ganama gara Kaayiroo imaluu gabaafame. Ministeerri Odeeyfannoo biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii haalli Ityoophiyaa keessa jiru kan isa yaaddeesse tahuu beeksise
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiiniin Mirga Namoomaa ibsa baaseen, ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti raawwatame hordofuun rakkoon biyyattii keessatti muudate kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mormii Godinaalee Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiruun walqabatee namoonni 50 ol ajjeefamuu gabaafame
Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti raawwatame hordofuun magaalota Oromiyaa heddu keessatti mormiin ka’e har’as kan itti fufe yoo tahu, tarkaanfii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Obbo Jawar Muhammad fi Obbo Baqqalaa Garbaa hidhamuu gabaafame
Miidiyaan OMN Waajjira Ameerikaa irraa akka gabaasetti, Obbo Jawaar Muhammad fi Obbo Baqalaa Garbaa dabalatee namoonni heddu Finfinnee Galma Jiddu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

COVID-19 UPDATES June 29, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 157 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Wixata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan Prezdaant Donald Tramp akka qabamee seeratti dhihaatuuf Dhaabbata Poolisii Addnyaa gaafatte
Abbaan Alangaa Iiraan ajjeechaa January darbe Jeneraal Qaasim Suleeyamnii irratti raawwatame ilaalchisee himannaa kan bane yoo tahu, Prezdaant Donald Tramp…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

COVID-19 UPDATES June 28, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 5,689 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 10 dabre
Weerarri Vaayirasii koroonaa ji’a jaha dura Chaayinaa keessatti ka’e guutuu addunyaa keessa tatamsa’uun, hanga guyyaa har’aatti namoonni 10,105,629 vaayirasichaan qabamuu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Indiyaa fi Chaayinaan humna waraanaa dabalataan gara daangaatti bobbaasaa jiraatuu gabaafame
Waldhabbiin Indiyaa fi Chaayinaa jiddutti dhimmaa daangaa irratti ka’e hammaatuun torbee lama dura gara walitti bu’iinsaatti ce’uu gabaafamee ture. Kanuma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoonni Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimmi hidha laga Abbaay irratti mari’atan
Muummich Ministeera Ityoophiyaa Dr.Abiy Ahmad, Muummichi Ministeera Suudaan Dr. Abdallaah Hamdook fi Prezdaantiin Masrii Abdulfattaah Al Siisii, waamicha gamtaa Afrikaatiin…
Guutuu Dubbisi »










