-
Afrikaa

Walga’iin ministeerota haajaa alaa biyyoota Afrikaa Finfinnee keessatti jalqabame
Walga’iin ministeerota haajaa alaa biyyoota Afrikaa kun har’a galma Gamtaa Afrikaa keessatti kan jalqabame yoo tahu, guyyoota lamaaf kan geggeeffamu…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Seeneetiin Ameerikaa himannaa Yakkaa, Prezdaant Traamp aangoo irraa ittiin kaasuuf dhiyaate Sagalee Calmaan Kuffise
Manni marii olaanaan Ameerikaa (Seeneetiin), himannaa yakkaa miseensoonni mana marii ummata (Kongireesoonni) sagalee calmaan dabarsuun, prezdaantii Ameerikaa 45ffaa, Doonald Traamp…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhimma qabeenya ADWUI irratti murtii kenne
Addi Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) kanaan dura paartii Bilitsiginnaa haaraya hundeeffametti kan hin makamne tahuu ibsuun, qabeenyi ADWUI akka qoodamuuf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sirni Awwaalcha Sheikh Ibrahiim Siraaj Magaalaa Riyaadiitti raawwatame
Yeroo dheeraaf karaalee Miidiyaa hawaasaa fi miidiyaalee gara garaattiin , mataduree adda addaa irratti sagantaa da’awaa, akkasumas barnoota diin Islaam…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sheikh Amiin Ibroo fedhii isaaniitin itti gaafatama Majlisa Federaalaa keessatti qaban gad-lakkisuu ibsan
Waggaa dabare Amajjii 23/2011 dhimma Majlisaa irratti walgahii Hoteela Sharatanitti gaggeeffame, mummichi ministeraa Abiy Ahmad dabalatee, qondaaltoonni mootummaa ol’aanoon, Ulamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Marsaatti Yunivarsitii Islaamaa ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaayame
Naannoo Amaaraa godina baha Walloo magaalaa Marsaatti Yunivarsitii Imaam Ahmad ijaaruuf guyyaa kaleessaa(February 2,2020) sirni dhagaa bu’uraa kaayuu geggeeffame. Saganticha…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aanaa Dharraa ganda Saral-Kullaatti Masjida Ijaaruuf Sagantaan Deeggarsa walitti qabuu geggeeffame
Masjida Ridwaan kan godina Salaalee aanaa Dharraa gnda Saral-kullaatti ijaaramaa jiru, galmaan baasuuf, sagantaan deeggarsa walitti qabuu guyyaa har’aa geggeeffamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sheikh Ibrahiim Siraaj Gara Ganda Aakiraa Godaanan
Innaa lillaahi wa innaa ileeyhiraajiuun Aalimni biyya keenya Sheikh Ibrahiim Siraaj dhukkubsatanii kan yaalama turan yoo tahu, guyyaa har’aa biyya…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Gamtaan Biyyoota Islaamaa Karoora Baha Jiddu Galeessaa Bulchiinsi Traamp labse sagalee guutuun kuffise
Gamtaan Biyyoota Islaamaa IOC jedhamu, kan miseensa biyyoota 57 hammate “karoora nageenyaa”maqaa jedhuun labsii bulchiinsi Traamp torbee dabre baase irratti,…
Guutuu Dubbisi »









