-
Odeeyfannoo

Majlisni waliigalaa magaalaa Finfinnee, Kutaalee Magaalaa 40f hoggantoota haaraya muude
Manni marii dhimmoota Islaamaa Waliigalaa magaalaa Finfinnee, guyyaa har’aa Hoteela Ummaatti walgahii geggeesse. Walgahii kana irrattis Caasaa haarawa hoggantoota majlisaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Naannoo Amaaraatti Muslimoonni Da’awaaf garasitti imalan hidhaman
Naannoo Amaaraa iddoo Zeggee jedhamtu kan naannawa magaalaa Bahirdaaritti argamutti Muslimoonni miseensoota Jama’aa Da’waa Tabliigaa fi jiraattoota naannichaa Muslima tahan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa karoora filannoo irratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii geggeessaa jira
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa karoora filannoo bara 2012 baaseen, guyyaan ummanni sagalee kennu Hagayya 10/2012 tahuu ibse. Haaluma kanaan Boordichi guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hawaasni Muslima biyya Keenyaa Qaxar jiraatan haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaa balaaleeffatan
Hawaasni Muslimaa bjyya keenyaa, Qaxar magaalaa Dohaa Jiraatan, January 8, 2020 Imbaasii Itoophiyaa magaalaa Dohaatti argamutti, haleellaa Masjidoota naannoo Amaaraa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walitti bu’iinsa Barattoota Yuunivarsitii fi humnoota tika mootummaa jiddutti uumameen barattoonni hedduun miidhamuu gabaafame
Rakkoo godinaalee Oromiyaa gama Lixaatti uumameen tajaajilli bilbilaa fi Interneeti addaan cituu, akkasumas dhimma tasgabbii dhabinsaatiin wal qabatee “yaaddoo qabna”jechuun,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hawaasni Muslima Itoophiyaa Jarman Jiraattan Haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaatti raawwatame balaaleeffatan
Lammiileen biyya keenya Jarman magaalaa Frankfurt jiraatan guyyaa har’aa, haleellaa Masjidootaa fi qabeenya hawaasa Muslimaa naannoo Amaaraatti finxaleeyyiin Ortodoksii raawwatan…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Iiraan Xayyaara Yukreen Dogongoraan rukuttee kuffisuu amante
Waraanni Iiraan ibsa ganama har’aa gama Televizhiinaatiin kenneen, Xiyyaarri Yukreen kan guyyaa lama dura buufata Tehraan irraa akkuma ka’een kufee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Hogganaan Omaan Sulxaan Qabuus Bin Sa’id amrii ta’e
Manguddoon waggaa 79 Sulxaan Qabuus Bin Sa’id yeroo dhihoo as dhukkubsatee Beljiyeem fi Jarman keessatti kan yaalamaa ture akka taheefi,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan qondaaltota Iiraan fi dhaabbilee biyyatti irra qoqqobbii haaraya kaahuu beeksiste
Qondaaltonni Ameerikaa akka jedhanitti, qoqqobbiin haarayatti Iiran irra kaahame kun, haleellaa Arba’aa dabre buufata waraana Ameerikaa irratti raawwatameen kan wal…
Guutuu Dubbisi »










