-
Awrooppaa

Lammileen Briteen karoora muummichi ministeeraa Paarlaamaa uguuruuf baase mormuun magaalota biyyattii heddu keessatti hariira geggeessaa jiran
Muummichi ministeera Briteen Boris Johnson karoora biyyattiin gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf jalqabde galmaan gahuuf jecha, danqaa paarlaamaa biyyattii irraa isa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Indiyaa ummata miiliyoona lama galmee lammummaa irraa haqe
Mootummaan Indiyaa Kaaba baha biyyattii kutaa Assaam keessatti “yakka lammiilee biyya alaatiin raawwatamu too’achuuf”sababa jedhuun ummata naannicha keessa jiraatu galmeessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ityoophiyaa fi Keeniyaan yakkoota daangaa qaxxaamuran waliin ittisuuf walii galtee mallatteessan
Jilli mootummaa Keeniyaa Abbaa Alangaa biyyattii Nuuraddiin Muhammad Hajjiitiin durfamu har’a Finfinnee keessatti qondaaltota Abbaa Alangaa Ityoophiyaa waliin kan mari’ate…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gaaffii zooniin Sidaamaa naannoo ta’uuf dhiheeffate irratti rifarandamiin Sadaasa dhufu kan geggeeffamu tahuu beeksise
Manni Maree Zoonii Sidaamaa karaa Mana Maree Naannoo Kibbaatiin, naannoo tahuuf rifarandamiin akka gaggeeffamuuf kanaan dura Boordii Filannoo Biyyoolessatiif gaaffii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Finciltoonni kibba Yaman keessatti mootummaa Emreetin deeggaraman magaalaa Adan too’atan
Hidhattoonni mootummaa Emreetiin deeggaraman kanneen naannawa kibba biyyattii Yaman irraa fottoqsuuf lolaa jiran, Khamiisa har’aa magaalaa Adan tan mootummaan biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Xaalibaan mariin nageenyaa Ameerikaa waliin geggeessaa jiru walii galteen xumuramuuf kan dhihaate tahuu ibse
Xaalibaan fi Ameerikaa marii nageenyaa marsaa saglaffaa Qaxar magaalaa Dohaa keessatti kan geggeessaa jiran yoo tahu, mariin ammaa kun lola…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Muummichi ministeera Briteen Paarlaamaa biyyattii torbaan shaniif kan ugguru tahuu beeksise
Muummichi ministeera Briteen Boris Johnson karoora biyyattiin gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf jalqabde galmaan gahuuf jecha, danqaa paarlaamaa biyyattii irra isa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Prezdaantiin Iiraan hanga Ameerikaan qoqqobbii biyya isaa irra keette kaastutti Traamp waliin kan hin mari’anne tahuu ibse
Prezdaantiin Iraan Hasan Rohaanii Prezdaant Traamp yoo marii nu waliin jalqabuu barbaade, uggura Iiraan irra kaa’e hunda kaasuuf tarkaanfii jalqabaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Mootummaan Biraaziil Ibidda Bosona Amaazoonitti qabate dhaamsuuf deeggarsa maallaqaa Gareen biyyoota G-7 kenne hin fudhu jedhe
Hoggantoonni biyyoota duroomanii G7 jedhamuun beekaman, Faransaay keessatti kora geggeessaa kan turan yoo tahu, kaleessa xumura kora isaanii irratti ibidda…
Guutuu Dubbisi »










