-
Afrikaa

Prezdaantiin Zimbaabwee kan duraanii Robert Mugabe du’uu gabaafame
Prezdaant Robert Mugabe biyyattiin Kolonii Briteen jalaa eega bilisa baatee booda waggaa dheeraaf Zimbaabwee kan hoggane yoo tahu, November, 2017…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hombomboleettiin Bahamas rukute saffisaan gara Ameerikaa kan dhiyaataa jiru tahuu ibsame
Hobomboleettiin cimaan Haarikeen Dooriyaan jedhamee moggaafame biyyoota Kaaribiyaan kan rukute yoo tahu, keessumattuu Bahamas keessatti lubbuu namoota saddomaa ol kan…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Afrikaan Kibbaa Imbaasii fi Kaampaaniiwwanii daldalaa Naayijeeriyaa keessaa qabdu cufte
Afriikaa Kibbaa keessatti haleellaa fi saamichi lammiilee biyyoota biroo irratti xiyyeeffate kan itti fufe yoo tahu, lammiileen Naayijeriyaa qabeenya mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa komiin manni marii paartiilee siyaasaa labsii filannoo irratti kaase fudhatama hin qabu jedhe
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo Hagayya 18,2011 raggaasisuun isaa ni yaadatama. Haata’u…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa keessatti lakkoofsi namoota dhibee Chikungunyaatiin qabamanii kuma 20 ol dhaqqabe
Weerarri dhibee Chikungunya jedhamuu torbaan sadi dura Bulchiinsaa Magaalaa Dirree Dhawaa Keessatti ka’e babal’atuun, yeroo ammaa namoonni dhibee kanaan qabaman…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Afrikaa Kibbaa keessatti haleellaan lammiilee biyyoota biroo irratti raawwatamu hammaatuun gabaafame
Johannesburg dabalatee magaalotaa Afrikaa kibbaa heddu keessatti haleellaa fi saamichi lammiilee biyyoota biroo irratti xiyyeeffate torbee dabre irraa jalqabee kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaa marii nageenyaa Xaalibaan waliin Dohaa keessatti gaggeessaa turte goolabuu ibsite
Xaalibaan fi Ameerikaa marii nageenyaa marsaa saglaffaa Qaxar magaalaa Dohaa keessatti geggeessaa turan Alhada kaleessaa kan xumuran yoo tahu, qondaalli…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Isra’eel fi hidhatoonni Hizbolah daangaa Lubnaan irratti walitti dhukaasaa jiraatuu gabaafame
Gareen Hizbolah har’a waaree booda Kibba Lubnaan irraa gara Israa’elitti misaa’ela dhukaasuun, loltoota heddu ajjeesee taankii fi konkolaatota waraana Israa’el…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Gamtaan Waraana Arabaa Mana Hidhaa Yaman irratti raawwateen yoo xiqqaate namoonni 60 ajjeefamuu ibsame
Haleellaa xiyyaaronni gamtaa waraana Arabaa Sa’uudiin hogganamuu halkan edaa mana hidhaa Kibba-Lixa Yaman, magaalaa Zamaar keessatti argamu irratti raawwataniin, yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezdaantiin Suudaan duraanii Umar Al-Bashiir doolara miiliyoona 25 Muhammad Bin Salmaan irraa fudhachuu amane
Prezdaant Umar Al-Bashiir yakka maallqa biyyoota alaa seeraan ala mana jireenyaa keessatti kuusuu fi karaa seeraan ala taheen biyyoota…
Guutuu Dubbisi »










