-
Eeshiyaa

Muummichi Ministeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa hujii Kooriyaa Kibbaa xumuruun gara Jaappaan imale
Dr Abiy Ahmad wal gahii Tumsaa Jaappaan fi Afrikaa (TICAD) jedhamu kan hoggantooni biyyoota Afrikaa 42 muummicha ministeera Jaappaan Shinzo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeraa Dr. Abiy Ahimad fi Prezdaantiin Kooriyaa Kibbaa Moon Je-in hariiroo biyyoota lamaanii cimsuuf waliigalan
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad affeerraa mootummaa Kooriyaa Kibbaattiin biyyattii kan daawa’ataa jiru yoo tahu, har’a Prezdaant Moon Je-in waliin…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Jaartiin Sababa Jaarsi isii haalaan isii jaalateef, akka na hiiku jettee mana murtii Shari’aatti himatte
UAE tti guyyaa lama dura dubartiin takka, mana murtii Shari’aa Fujaira tti , jaalalli abbaan manaa kiyya anaaf qabu garmalee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa hojiitiif gara Kooriyaa Kibbaa imale
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad affeerraa prezdaantii Kooriyaa Kibbaa irraa dihaateen halkan edaa garasitti kan imale yoo tahu, har’a ganama magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Emreets prezdaantii Indiyaa meedaaliyaa biyyattii ol’aanaa badhaase
Prezdaantiin Indiyaa Narendiraa Modi Sabtii har’aa gara Abu Daabii imaluun, meedaaliyaa kabajaa ol’aanaa harka Amiira Emreets Muhammad Bin Zayid…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mudannoo paarlaamaa Keeniyaa fi Niiw Ziilaand keessatti mudatte
Torbee lamaan dabre kana keessa paarlaamaa biyyoota garagaraa lamatti mudannoon walfakkaatu mudate. Biyyoonni lamaan kun tokko biyya oollaa keenya Keeniyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paarlaamaan wixinee labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo raggaasise
Manni marii bakka bu’oota ummataa walgahii ariifachiisaa har’a gaggeesseen, wixinee labsii filannoo biyyalessaa fi galmee paartilee siyaasaa, akkasumas naamusa filannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Bosonni Amaazoon gubataa jira.
Bosona guddicha dachii tanaa Amaazoonitti belbelli ibiddaa eegi qabatee bubbulee jira . Belbelli ibiddaa bosona kanatti wagga waggaan ka’uun haarawaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan meesha waraanaa misaa’ela qilleensa irratti qolatu oomishuun eebbisiste
Iiraan meeshaa waraanaa misaa’ela qilleensa irratti qolatu kan Bavara-373 jechuun moggaaste hojjachuun, guyyaa kaleessaa bakka prezdaantiin biyyattii Hasan Rohaanii argametti…
Guutuu Dubbisi »










