-
Awustraaliyaa

Sirni yaadannoo muslimoota Jum’aa dabre Niiw Ziilaand keessatti ajjeefamanii geggeeffame
Mootummaan Niiw Ziilaand sirni yaadannoo muslimoota torbee dabre ajjeefamanii guutuu biyyattii keessatti akka geggeeffamu murtii dabarse hordofuun, Jum’aa har’aa guutuu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iraaq keessatti dooniin laga Tigris irra imalaa turte dhidhimuun yoo xiqqaate namoonni 80 ol du’uu gabaafame
Dooniin maatii heddu fe’attee imalaa turte tun nannawa magaalaa Moosuulitti kan dhidhimte yoo tahu, irra hedduun namoota doonii irra turanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa gabaasa “paayileetiin Xiyyaara kufee leenjii gahaa hin qabu”jedhu soba jechuun haale
Gaazexaan New York Times fi Reuters paayileetiin xiyyaara Ityoophiyaa torbe darbe kufee lubbuu namoota 157 galaafate ofaa ture ‘leenjii barbaachisu…
Guutuu Dubbisi » -
Awustraaliyaa

Muummittiin ministeera Niiw Ziilaand Azaanni Jum’aa dhufuu Raadiyoo fi Televizhiinaan akka dabru ajaja dabarsite
Haleellaa Jum’aa dabre Niiw Zilaand keessatti shororkeessaan ol’aatummaa warra adii leellisu masjiidota lama irratti raawwateen muslimoota 50 ajjeefamanii 40 ol…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad Daaw’annaa hujii biyyoota galoo galaana Arabiyaa itti fufuun har’a Abu Dabii seenee jira
Dr Abiy Ahmad guyyaa kaleessaa gara Qaxar imaluun Amiira biyyattii Sheikh Tamiim Bin Hammaad Al-Sani fi muummicha ministeeraa Abdullaah Bin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Wallagga Lixaa aanaa Najjootti namoonni 5 humnoota hidhattootaan ajjeefamuu gabaafame
Biiroon dhimmoota Kominikeeshiinii Oromiyaa ibsa baaseen, namoonni shanan har’a Bittoteessa 10, 2011 ganama naannoo sa’aa 1:30tti ganda Humna Waaqayyoo jedhamuu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif Qaxar seene
Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraatiin durfamu ganama har’aa Doohaa kan seenee yoo tahu, Ministeera Traanspoortii fi Kominikeeshinii Qaxar Jaasim Bin…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

“‹”‹Balaa Bubbee Mozaambikitti muudateen lubbuun namoota 1000 ol dabruu gabaafame
Mozaambik khamiisa darbe irraa kaasee Hobomboleettii Idai jedhamtu, kan sa’aa tokko keessatti kiloomeetira 177 saffistuun dhahamaa jirti. Prezdaantii biyyattii Filipe…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Lakkoofsi ummataa fi Manneenii Bittoteessa 29 ni jalqabama jedhamee ture yeroo birootti kan dabarfame tahuu gabaafame.
Sababa hanqina nageenyaa fi tasgabbii eeruudhaan gaaffii naannoleen muraasni dhiheessan irratti hundaayuun mootummaan komishiinichi qophii jalqabe akka addaan kutu kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Jimmaa Magaalaa Limmuu Sunxuutti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon Sagantaa Muhaadaraa kanaa ijaarsa masjiidaatiif galii walitti qabuu yoo tahu, abbootiin qabeenyaa fi hawaasni muslimaa magaalattii lakkoofsaan heddu tahe…
Guutuu Dubbisi »










