-
Odeeyfannoo

Jilli Ulamaa’otaa fi Hayyoota biyya keenyaa biyyoota alaa jiraatanii Finfinnee seene
Jilli Ulama’oota fi Hayyoota 28 of jalaatti hammate kun jijjiirama Siyaasaa yeroo amma biyyaatti keessa jiru hordofuun kutaa hawaasaa gara…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Israa’el qilleensaa fi galaana irraa Gazzaa rukutaa jira.
Israa’el haleellaa kana kan jalqabde ganama har’aa Rokkeetiin gara Israa’el dhukaafame jedhame, mana jireenyaa tokko rukutuun namoonni torba madaayuu eega…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kitaabni Mata duree Musaa’id- Axxullaab (gargaaraa barattootaa) jedhuun qophaa’e eebbifame
Kitaabni “Musaa’id-Axxullaab”Ustaaza Muhammad Sabaah Sheikh Sa’id Afaan Oromootiin kitaabota gara garaa 6 irraa bifa gabaabaa fi akka salphaatti namaa galutti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Harargee Lixaa Aanaa Daroolabuu Magaalaa Gaadullootti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon Sagantaa kanaa masjiida kanaan dura gareewwan maqaa amantaa Waaqeffataatiin socho’an diiganii turan deebisanii ijaaruuf deeggarsa walitti qabuuf yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Konfiransiin Islaamaa guddaan Godina Booranaa Magaalaa Meggaatti geggeeffamaa jira
Konfiransiin hara’a jalqabame kun guyyaa boruutis kan itti fufu yoo tahu, Ulamaa’onni fi Ustaazonni iddoo gara garaa irraa affeeraman, akkasumu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Xiyyaaronni waraana Israa’el Gaazaa keessatti haleellaa raawwatuu gabaafame
Waraanni Israa’el ibsa baaseen akka jedhetti, Alhada har’aa mormii Falasxiinotaa gareen Hamaas daangaa Gaazaa fi Israa’el irratti qindeesse hordofuun, xiyyaaronni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa Magaalaa Dannab Guddootti geggeeffamaa jira
Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa hawaasa muslimaa godina Arsii aanaa Jajuu magaalaa Dannab Guddootiin qophaa’e haala hoo’aa ta’een geggeeffamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Jilli Ulama’oota fi Hayyoota 28 of keessatti hammate gara biyya imaluuf qophii kan xumure tahuu gabaafame
Jilli kun Ulamaa’otaa fi Hayyoota biyya keenyaa Ameerikaa, Eeshiyaa fi Awurooppaa keessa jiraatan kan of keessatti hammate yoo tahu, Kiibxata…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Gamtaan Biyyoota Islaamaa Istanbul keessatti walgahii ariifachiisaa geggeessaa jira
Gamtichi wal gahii ariifachiisaa kana kan yaame haleellaa torbee dabre Niiw Ziilaand keessatti muslimoota irratti raawwatame ilaalchisee mari’achuuf yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Sagantaan Muhaadaraa mata duree “Ramadaana akkamitti simanna”jedhuun magaalaa Riyaaditti geggeeffame
Sagantaan kun Waldaa Tokkummaa Muslimoota Ityoophiyaa Magaalaa Riyaad keessatti argamuun kan qophaa’e yoo tahu, Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa fi hawaasni…
Guutuu Dubbisi »










