-
Odeeyfannoo

Haaji Sa’idoo Muhammad gara Ganda Aakiraa godaanan
INNAA NILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Haaji Sa’idoo Muhammad dhalataa godina Wallooti. Markaza Hifzii Qur’aanaa fi Masjida iddoowwan gara garaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Soorata Hiyyeeyyii Kan Amma Sooreyyiin Dhuunfatan
Uumamni qaajjibbuun wal fakkaatu kun Lobster jedhama. Biyyoota heddu keessatti soorataaf oola. Keessumattuu Jaarraa 18ffaa dura soorata hiyyeeyyiifi gabrootaa ture. …
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Ministeerri Barnootaa yeroo qormaatni biyyoolessaa Kutaa 12ffaa itti kennamu beeksise
Ministeerri Barnootaa qormaata biyyoolessaa bara 2014 Yunivarsitiilee filataman keessatti kennuudhaaf qophaahaa akka jiru ibsee ture. Ministeerichi guyyaa kaleessaa ammoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa dhala irraa bilisa Majlisa waliin hojjachuuf walii galtee mallatteesse.
Hoggantoonni Mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa; hoggansa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa waliin marii bal’aa eega taasisanii booda, dhimmoota heddurratti waliin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Naayjeeriyatti re’een tokko hannaan shakkamee hidhame
Barruu amma duraa keessatti allaattiin paaroot jedhamtu nama arrabsitee hidhamuufi, lukkuun kormaan hanqaaquu buusnaan ibiddaan gubamee ajjeefamuu isinii dhiheessinee turre.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa dhaltuu 9 kophatti dhuunfatee waliin jiraatu
Maqaan bineensa kanaa Guwaanaakoo (Guanaco) jedhama. Biyyoota akka Arjantiinaa, Chiilii, Peeruu, Paaraagwaay fi biyyoota Ameerikaa Kibbaa kanneen biroo heddu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Allaattiin Paaroot Nama Arrabsitee Hidhamte
Ilmi namaa yoo yakka dalage ni adabama. Nama badii hojjate mootummaan hidhee murtii isaan malu itti mura. Bineensonnis yakka ni…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Shubbisee isii gammachiisu malee hormaanni hin jiru
Hedduun keessan maashina Crane jedhamu kan lafa qotuuf tajaajilu ni beeytan. Maashinni kun qoffee dheeraa qaba. Qoffee Kanaan qilee gadi…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Irreecha irratti maaltu jedhama?
“Mareehoo Mareehoo.. Waaqa uumaa waaqa uumamaa, gurraacha garaan garbaa, Tokkicha maqaa dhibbaa, Leemmoo garaa taliilaa, Waaqa saglan Booranaa torban Bareentumaa,…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Dambalii Dukkana Bahara Qilee keessatti haguugamte
Addunyaa tanarra kitaabni meeqa akka jiru beeytuu? Namni waan kana tilmaamuu dandahu jiraa? Deebisaan nama hedduu Wallaahu A’lam jechuu tahuu…
Guutuu Dubbisi »










