-
Og-Barruu

Jaappaanitti Maa’elaan Mallattoo Bareedinaati
Ulaagaan bareedinni ittiin madaalamu seenaa addunyaa tanaa keessatti garaagarummaa qaba. Wanti waggoota 500 dura akka bareedinaatti ilaallamu arra jijjiiramee waan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Piraanhaa
Piraanhaan sanyii qurxummiiti. Maqaan piraanhaa jedhu afaan biraaziliitiin “Qurxummii ilkaan qabu”jechuudha. Qurxummiin kun ilkaan akkaan qaraa qaba. Kanaafis ilmi namaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Electric Eel (Qurxummii Elektirikaa)
Uumaan Rabbii keenyaa laakkawamee hin dhumu. Hardha uumama addaa tokko isin daaw’achiisna. Rabbiin keenya waan uumee dachii kana ittiin guute…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Dusky Dolphin
Uumamni hardhaaf ilaallu gosa qurxummiiti. Maqaan isaa Afaan ingiliffaatiin Dusky Dolphin jedhama. Uumamni kun Sanyiiwwan Dolfin bishaan keessatti argaman keessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Biyya Muslimoota hedduu fi aadaawwan islaamummaa faallessanis hedduu qabdu
Indooneezhiyaan biyya baay’ina lammiilee Muslimaatiin beekamtuudha. Ummata isiin qabdu keessaa dhibbentaan 90 ol muslimoota. Gama birootiin biyyi tun aadaawwan islaamummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Gammoojjii Sahaaraa
Rabbiin (SW) dachii tana keessatti haala qilleensaa garagaraa uume. Qilleensi naannoo garii qabbanaawaa yoo ta’u, gariin ammoo oowwi isaa daangaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bishaan walitti hin makamne
Wanti harkaa qaban, sadarkaa guddaa qabaatus, sadarkaan isaa namatti hin mul’atu. Qur’aanni Kabajamaan Rabbi biraa nuuf buufame, silaa beeynee itti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Waa’ee Dhukkuba Kaansarii irraa kana beeytuu?
Dhukkubni waan gammachuu namarraa mulqu keessaa isa tokko. Namni dhukkubsate, mallaqa miliyoonaan lakkawamus qabaatu gammachuu hin argatu. Yoo fayyaan jiraatte…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Kanniisa (Bee)
Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan barbaachisaadha. Qananii Rabbiin guddaan nutti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Al Nakbaa (Gaaga’ama)
Badii addunyaan argitee akka waan hin arginee irraa dunuunfatte. Ta gurraan haalaan dhageessee akka waan hin dhageenyee gurra iraa duuchite.…
Guutuu Dubbisi »








