-
Akhlaaqa

Muslimaa fi Miidiyaalee Hawaasaa
Faaruun hundi kan Rabbii ol aaneeti. Rabbii bara kana nu jiraachisee, wantoota garagaraa akka fayyadamnu nu taasiseeti. Haala ummanni nuun…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Maars
Pilaaneetoonni ilmi namaa hanga ammaatti argama isaanii qajeellotti beeke sagal yoo tahan, hundi isaaniituu kan jiraachuun isaanii saayinsii qabatamaan mirkanaawe.…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Uumamaalee eega Mormi irraa muramee booda mataa malee jiraatan
Uumama mataan irraa muramee qaamni hafe qofti socho’u argitanii beektuu? Eeyyan Lukkuu ykn horiin eega gorra’amee booda, akkasumas bofni mataan…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Urunguu
Uumamni har’aaf isinii filadhe sanyii Simbirrooti. Simbirroon tunis Urunguu jedhamti. Simbirroonni heddu [cm_tooltip_parse][/cm_tooltip_parse]Urunguu ni sodaatu. Kanaaf yeroo heddu namoonni mana…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Qur’aana Kabajuu
Qur’aana kabajuu jechuun maal jechuudha? Yeroo heddu jecha kabajaa jedhu yoo dhageenyu, waan san qulqulleessanii kaayuu jechuu qofa nutti fakkaata.…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Valentine’s Day (guyyaa jaalalleewwanii)
Rabbiin waan hundaa olitti Islaamummaa karaa godhee nuuf filate. Islaamummaa tanas karaa Nabi Muhammadiin (SAW) guutuu nuuf godhe. Qur’aannis amantiin…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Addeessa
Uumaa Rabbii keennaa laakkofnee fixuu hin dandeennu. Rabbiin hawaa kana haala ajaa’ibaatiin uumee jira. Uumamni isaa hir’ina takkallee hin qabu.…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Injifannoo Roomaa fi lafa akkaan gad dhooqaa ta’e
Jaarraa torbaffaa keessa, yeroo Islaamummaan reefuu dagaagaa jirutti impaayeroota jajjabaa lamatu ture. Isaanis Impaayera Roomaa (Biizaantaayin) fi Impaayera Faars (Parzhiyaati).…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Gammachuu dhugaa
Ilmi namaa uumamaan gammachuu fedha. Namni jireenya isaa keeysatti gammachuu argate, nama addunyaa tanarratti milkaawe jechuu ni dandeenya. Gammachuun waan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Rakkoo lammiileen keenya kan Sa’ud Arabiyatti hidhaman keessa jiran gabaabinaan
Sa’uudii keessatti Lammileen Itoophiyaa lakkoofsaan 100,000 ol tahan, waggaa lamaa oliif mana hidhaa garagaraa keessatti dararamaa jiraachuun ni beekama. Lammileen…
Guutuu Dubbisi »






