-
Og-Barruu

Muskox-Uumama haala qilleensa qabbanaawaa keessa jiraatu
Maqaan isaa jechoota lama irraa kan mogga’eedha. Musk fi OX irraa argame. Musk jechuun hafuura jechuudha. OX ammoo Sangaadha. Kanaafuu…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Hadiid- Iron- Sibiila
Namni qalbii qabuu fi namni qur’aana kana xiinxallee ilaale dhuguma amantii akkamii Rabbiin nuuf filate jedhee of gaafatuun isaa hin…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Yoo Hammaama hin qabaanne, intala fuudhuu hin dandeessu!
Gaa’elli sirna wajji jireenya ilma namaati. Ilmi namaa umriin fuudha fi heeruma gahe hundi hawwiin isaa guddaan gaa’ela. Namuutuu nama…
Guutuu Dubbisi » Qixa Muhammad(SAW) nama Rabbi abdate lafti tun baadhattee hin beettu.Qophii: Osman Abduletif
Gaaftokko ergamaan Rabbii faan duula Zaatu-Riqaa’ duuluuf bahan. Osoo deemanii laga Mukkeen qabu tokkotti dhufan. ‘Asitti haa boqannu’ ja’anii yaabbii…
Guutuu Dubbisi »-
Og-Barruu

Aduunis yeroo murtaaye qabdi
وَٱلشَّمۡس٠تَجۡرÙÙŠ Ù„ÙÙ…ÙØ³Û¡ØªÙŽÙ‚َرّٖ لَّهَاۚ ذَٰلÙÙƒÙŽ تَقۡدÙير٠ٱلۡعَزÙيز٠ٱلۡعَلÙيم٠٣٨ “Aduunis hanga daangaa Murtaaheetti deemti. Sun murtee Rabbii hinjifataa waa hunda…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Gosti Vaayirasii Koroonaa Omicron jedhamu saffisaan tatamsa’aa jiraachuu gabaafame
Gosti vaayirasii koroonaa Omicron jedhamu kan argame tahuu, torbee sadi dura saayintistoonni Afrikaa Kibbaa beeksisan. Omicron gosoota vaayirasii Koroonaa hanga…
Guutuu Dubbisi »









