Diinal Islaam salphaadha, ifirratti hin jabeeysinaa
Rasuulli (SAW) akkana jedhan:- “Diiniin kun salphaadha, namni tokkolleen diin kana hamma hisaabaa bahutti ifirratti hin jabeessin, hujuma teeysan sirritti…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo

Saatalaayitiin Emreets Suuraa Plaaneetii Mars erguu jalqabde
Emreets Rokeetii qorannoo Hawaa “Hope”jechuun moggaaste ji’a saddeet dura gara Plaaneetii Mars jedhamtu erguun, biyyoota Arabaa keessaa tan jalqabaa akka…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ruwaandaan talaallii vaayrasii koroonaa kennuu eegalte
Ruwaandaan lammiilee isii haala addaatiin weerara vaayrasii koroonaatiif saaxilamoo ta’aniif, talaallii kennuu akka eegalte beeksiste.Haaluma kanaan hojjattoota seektara fayyaa dabalatee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjidaa fi Madraasaan Birrii miliyoona 5.2’n godina Jimmaa Aanaa Saxxammaatti ijaarame Eebbifame
Masjidaa fi Madraasaan Fathi kan godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa ganda Shanii Camariitti, lammilee biyya keenyaa Sa’uudii jiraataniin ijaarame kun, guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Majliisni Federaalaa Kora Walii Galaa Guyyoota 10 keessatti kan geggeessu tahuu ibsame
Ulamaa’onni Majliisa Federaalaa rakkoo Majliisa Federaalaa keessatti uumame ilaalchisee, Khamiisa kaleessaa Ministeera Nageenyaa Aaddee Mufariyaat Kaamil Waliin Mari’atan. Majliisonni Naannolee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Majliisni Oromiyaa gocha seeraan alaa majliisni federaalaa raawwataa jiru balaaleffate
Majliisni Naannoo Oromiyaa gocha seeraan alaa majliisni federaala raawwataa jiru balaaleffatuun, yeroo torbaan tokkoo keessatti yaa’iin walii galaa ariifachisaan yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Afrikaan Kibbaa talaalliin kaampaaniin AstraZeneca oomishe gosa vaayirasii haarayaa hin ittisu jechuun uggurte
Afrikaan Kibbaa talaalliin AstraZeneca, akaakuu vaayirasii haarayaa irratti bu’aa ”nama hin gammachisne” mul’isuu erga qorannoon argame booda, talaallicha kennuu dhaabde.Qorannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Ibsa ljjannoo Yaa’ii hundeeffama Liigii Ulamaa’otaa fi Du’aata Oromiyaa
1/ Nuti Ulamaa’onniifi Du’aatni Naannoo Oromiyaa gaaddisa gamtaa (Liigii) ulamaa’otaa fi du’aata Oromiyaa guyyaa har’aa Amajjii 30 /5/2013 ijaarree jirra.2/Akkuma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Majlisa Federaalaa keessa namoonni filannoon hoggantoota Majlisaa akka hin geggeeffamne gufachisuuf hojjatan jiraachuun ibsame
Dubbii himaa Koree Fala Barbaadduu hawaasa Muslimaa fi miseensa koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa Muslimaa 9’n jidduu tokko kan ta’e Ustaaz…
Guutuu Dubbisi »









