Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Sagantaa haraama hirmaachuun cubbaawuudha-Qophii: Urjii Ahmad
Sagantaan suni maqaa fedheen haa yaamamu. Cidha, eebba, guyyaa dhalootaa ykn du’aa, qabsoo ykn deeggarsa waanuma fedhe haa tahu. Sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhiifamni nagayaa fi tasgabbii nama gonfachiisa
Nama walitti mufatan, takkaa isaaf irra darbuun takkaa immoo haqa ofii irraa fudhachuun rakkoo uumame furuun ni danda’ama. Walitti dhufanii…
Guutuu Dubbisi » -

Haadhaa ofii dallansiisuun balaa guddaaf nama saaxila.
Guyyaa tokko Ergamaan Rabbii ((SAW)) taa’anii sahaabota waliin haasa’aa turan. Namichi tokko isaan bira dhufee akkana isaaniin jedhe. “Yaa Ergamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Karaa Rabbii irratti nama yaamuun salphaa tahuu dhabuu mala!
Anbiyoota Rabbii dabalatee namoonni karaa Haqaatti da’waa godhaa turan hundi rakkoo keessa ni darban.Nabiyullah Ibraahim (aleyh salaam) da`awaa babal’isuu irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Hajjii fi Sirna qalmaa
Hajjiin Arkaana islaamaa shanan keessaa tokko. Namni Muslima tahe, osoo qabeenyaa fi fayyaa qabu hajjii hajjuu yoo dide, amalli oftuuluu…
Guutuu Dubbisi » -

Adaba (Naamusa) nyaata fi dhugaatii
Umar bin Abi Salamata (Radiyallahu anhumaa) ni jedhe, “Ani mucaa(xiqqaa) ta’ee eeggumsa Ergamaa Rabbii ((SAW)) jala ture. Harki kiyya gabataa…
Guutuu Dubbisi » -

Jaarsaa fi Jaartiin iccitii walii baasuun taatii?
Lakkii hin taatu, Haraami. Rabbi biratti kun yakka hamaadha. Wal qunnamtii saalaa irraa kaasee waan jiraa mara Jaarsi iccitii Jaartii…
Guutuu Dubbisi » -

Haqqiin Haadhaa fi Abbaan ilmaan irraa qaban haalaan jabaata!
Islaamummaa keessatti haqqiin Haadhaa fi Abbaan ilmaan irraa qaban haalaan jabaata!Rabbiin ilma namaa Haadhaa fi Abbaa ajajamuu fi isaan kabajutti…
Guutuu Dubbisi » -

Jiruu Duniyaa hubachuudhaaf aayatoota sadan armaan gadii sirritti xiinxallaa!
وَمَا هٰذÙه٠الْØÙŽÙŠÙ°ÙˆØ©Ù الدÙّنْيَآ اÙلَّا لَهْوٌ ÙˆÙŽÙ‘Ù„ÙŽØ¹ÙØ¨ÙŒÛ— وَاÙÙ†ÙŽÙ‘ الدَّارَ Ø§Ù„Ù’Ø§Ù°Ø®ÙØ±ÙŽØ©ÙŽ Ù„ÙŽÙ‡ÙÙŠÙŽ الْØÙŽÙŠÙŽÙˆÙŽØ§Ù†ÙÛ˜ لَوْ كَانÙوْا يَعْلَمÙوْنَ“Jireenyi addunyaa tuni bashannanaa fi tapha…
Guutuu Dubbisi » -

Shirkiin Zulmiidha!
Haqni Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa gabroota irraa qabu, isa qofa gabbaruudha. Mu’aaz ibn Jabal akka gabaasetti Rasuulli ((SAW)) akkana jechuun…
Guutuu Dubbisi »










