Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Seenaarraa haa barannu
Qophii: Abu Ibtisam Rabbi (SW) ergamtoota garagaraa gara dachii kanaa ergee, dhaamsa qajeelaa akka nu biraan gahan taasiseera. Ergamtootaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Al-Khaaliq:-Rabbii Waan hunda dhabama irraa uume/tolchee argamsiise
Wantoota hundaa kan uumee Rabbii tokkicha. Wantoonni naannoo keenyatti arginu hundi gara Khaaliqaa (Uumaa) akeeku. “Ani mataa kootin of uumuu…
Guutuu Dubbisi » -

Arkaana Soomaa
Akkuma maalummaa isaa irraa hubannutti soomni ruknii lama qaba.1- Waan sooma nama fursiisu irraa baha fajriitii eegalee hanga lixa aduutti…
Guutuu Dubbisi » -

Soomanni gaachena ta’ee badii irraa nama tiksa
Abaa Hureyraa irraa akka odeeffametti Rasuulli ((SAW)) akkana jedhan : “Rabbiin jabaan ol tahe akkana jedhe: ‘soomni qofti osoo hafuu…
Guutuu Dubbisi » -

Bara dheengaddaa jaallan waliin soommanaa baane meeqa if biraa dhabne?
Duuti saamtuudha. Nama hedduutu biyyee uffatee, Rabbii isaatin wal gahe. Rabbi haa araaramuuf, Jannataan Rabbi haa qananiisu.Nus gaafa asii godaannu…
Guutuu Dubbisi » -

Gorsa Haakimaa:Yeeroo Ifxaaraa Soomana akkamitti furuu qabna?
Gorsa Haakimaa:Yeeroo Ifxaaraa Soomana akkamitti furuu qabna?Akkuma woliigalaatti yeroo Ifxaaraa waan dhangala’aa ta’e fudhachuudha: bishaan, nyaata dhangala’a heddu of keessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Maaltu Soommana cabsa?
1. Nyaachuu(الأكل): Afaaniin nyaachuu qofaa miti, qoricha bakka nyaataafi dhugaatii bu’u fayyadamuunis dhoorkaadha. Namni dhukkubsateefi dulloomee qulusiin umrii qabde Soommana…
Guutuu Dubbisi » -

DHAAMSA RAMADAANAA
Simannaa Ramadaanaa Nagayni haa dursu. Ummata keenya! Warra baranaa kan bara hedduu. Baga Rabbi ji’a kabajamaa, ji’a guddaa Qur’aanni keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Hadiisa Ergamaa Rabbii ((SAW)) kana hubadhaatii itti fayyadamuu yaalaa
Abuu Hurayraa (ra) irraa odeeffamee ni jedhe : Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jedhan: “Yeroo ji’a Ramadaanaa irraa halkan jalqabaa argame…
Guutuu Dubbisi » -

Hiika Soomaa fi Ramadaanaa
Akka lugaatti sooma jechuun nyaata, dhugaati, dubbii fi qunnamti saalaa irraa of qabuudha. Akka shari’aatti immoo Rabbiif jedhanii wantoota sooma…
Guutuu Dubbisi »










